Dr yiggee

Dr yiggee We struggle for success.

❤️❤️12❤️❤️ Baga geessan ❤️❤️
17/08/2026

❤️❤️12❤️❤️ Baga geessan ❤️❤️

🍀🍀🍀🍀🍀♥️♥️♥️♥️🍀🍀🍀🍀
13/08/2026

🍀🍀🍀🍀🍀♥️♥️♥️♥️🍀🍀🍀🍀

🍀🍀♥️♥️♥️Isiin yoo🍀🍀♥️♥️
12/08/2026

🍀🍀♥️♥️♥️Isiin yoo🍀🍀♥️♥️

✅Dhiirri akkasiis jira♥️♥️♥️Dhugumaan bara kana keessa nama akkanaa arguun namni waaqafiis namaafiis amanamu ammayyuu ji...
09/08/2026

✅Dhiirri akkasiis jira♥️♥️♥️

Dhugumaan bara kana keessa nama akkanaa arguun namni waaqafiis namaafiis amanamu ammayyuu jirachuu namatti agarsiisa.
♥️♥️ Keessattuu shufeeriif Tiraafikattii yeroo maqaan garaa garaa moga'utti, namni kun garuu yaadni akkasii fudhatama akka hin qabne gochaan nutti agarsiise.
♥️♥️ Yeroo ittii inni haadha manaa qabu, inni ijjoolle qabu, tajaajilaan mana amantaa bara sagaagalutti, Tiraafikii ta'ee issayyuu durbumaadhan turee Gaa'ila isaa Takliilin gaggeefate.
♥️♥️ Waaqa isaafiis kaadhimaa isaafiis amanamaa ta'e, kiristaanummaa dhugaan ni jiraatama malee oduu qofa akka hin taane nutti agarsiisee.
♥️♥️ kun baruumsa gudaadha bayyeen keenya keessatti of haa ilaallu, bakka jirru haa barru.
Namni fuula ilaala waaqayyo garuu laphee ilaala.

♥️♥️Nama hundaa hanguma beektuun ibsita. Eenyummaa isaa isa dhugaa garuu Waaqa fi Abbicha qofatu beeka.

♥️♥️Obboleewwan Baga Milkooftan. Waaqayyo gaa'ila keessan haa eebbisu. Kan Abrahaami fi saara isiniif haa taasisu.
♥️♥️ Hanga dhumatti isiin dhaabee dhuma keessan haa bareechu.
🙏🏼🙏🏼🙏🏼Ameen🙏🏼🙏🏼

🍀♥️⚘️🍀♥️⚘️🍀⚘️⚘️⚘️🍀🍀♥️♥️♥️⚘️⚘️🍀🍀♥️⚘️⚘️🍀♥️
09/08/2026

🍀♥️⚘️🍀♥️⚘️🍀⚘️⚘️⚘️🍀🍀♥️♥️♥️⚘️⚘️🍀🍀♥️⚘️⚘️🍀♥️

🍀⚘️🍀♥️♥️♥️⚘️🍀⚘️🍀💐⚘️🍀♥️♥️🍀⚘️♥️♥️💐💐♥️🙏🏼🍀⚘️♥️
06/08/2026

🍀⚘️🍀♥️♥️♥️⚘️🍀⚘️🍀💐⚘️🍀♥️♥️🍀⚘️♥️♥️💐💐♥️🙏🏼🍀⚘️♥️

♥️ Wangeelaaf karaa qulqulleessaa kan ture eebbi qulqullicha Yohaannis cuuphaa hunda keenya waliin haa ta'u. Ameen🙏🏼🙏🏼🙏🏼
05/08/2026

♥️ Wangeelaaf karaa qulqulleessaa kan ture eebbi qulqullicha Yohaannis cuuphaa hunda keenya waliin haa ta'u. Ameen🙏🏼🙏🏼🙏🏼

☦️☦️✝️✝️☦️☦️✝️✝️☦️☦️✝️✝️
05/08/2026

☦️☦️✝️✝️☦️☦️✝️✝️☦️☦️✝️✝️

☦️♥️Baga geessan ayyaana Ilmaa(Ba'alewold)♥️♥️
05/08/2026

☦️♥️Baga geessan ayyaana Ilmaa(Ba'alewold)♥️♥️

✅️♥️ jaalala isa fakkeessa hin qabne qulqulluu♥️♥️♥️
04/08/2026

✅️♥️ jaalala isa fakkeessa hin qabne qulqulluu♥️♥️♥️

Address

Addis Ababa
`Alem Maya

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr yiggee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr yiggee:

Shortcuts

Share