Biiftuu Iluu

Biiftuu Iluu www.tiktok.com_biftu Oromtittii Oromummaasheen boontu

Oduu Ammee!!"Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibilo...
02/08/2026

Oduu Ammee!!

"Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa.

Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551
Qubee Electronics; Amanamummaan hunda dursa!”

Qubee Electronics

Badhaasa kana na injifachiisaa!! ani obboleettiin keessan yoon injifadhe qir isin injedhu mitii?
maarree egaa fi Like qofaan na cina dhaabadhaa!! anis immoo yoon injifadhe barattoota harka qalleeyyii nama 10f dabtara fi qalama akkasumas meeshaa barnootaaf isaan barbaachisu guutuuf waadaan gala.


pls

02/08/2026

Dorgommiin keenya ifatti eegaleera!

Akk*ma beeksisa keenya jalqabaarratti isin hubachiifnee fi waadaa galle, badhaasa waldorgommii qophaa'e irratti hirmaachuun injifattanii badhaafamtan isiniif qabannee dhufne 1 (tokko) jennee eegalleerra. Itti dhiyaadhaa!

Meeshaalee badhaasaaf qophaa'an;
1.Iphone 17ProMax
2.Laptop HP
3.Qar*shii k*m kudha*n

Ulaagaa dorgommichaa;
1.Maxxansa kana 'account facebook' kee jalatti share goota. Maxxansa kana share hin goone taanaan qabxiin gonk*maa hin kennamu.
2.Ergaa barreeffama armaan gadii kana kan waa'ee "Qubee Electronics" irratti barreeffame kana 'account facebook' kee jalatti garagalchuun (copy paste) gochuun maqaa Qubee Electronics ‘mention’ gochuun akkasumas logo dhaabbatichaa fayaydamuun maxxansita/post goota. Sana booda akka hiriyoonnikee react/like siif godhan affeerta. Barreeffamni waa'ee Qubee Electronics ibsu kan ati 'timeline' kee jalatti 'post' gootu kan armaan gadii kana.
Ergichi kunooti;👇

"Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa.

Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551
Qubee Electronics; Amanamummaan hunda dursa!”

(Yoo dandeesse ergaa kana caalatti miidhagsii ibsi. Yoo barbaadde barreeffama/ ergaa kana qofas fayyadamuu dandeessa. Garuu irraa hir'isuun hin danda'amu.)

Haala qabxiin kennamu!
1.Maxxansakee goosisuun qab*xii 30% argatta. (Baay'ina share'tiin)
2.Maxxansikee immoo baay'ina react/like 'tiin siif qabama. Isaan immoo qab*xii 70% argatta.

Dorgommiin kun har'a galgala sa'aatii 2:00 irraa eegalee hanga gaafa Jimaata galgala keessaa sa'aatii 2:00'tti tura. Gaafa Sanbataa ganama 3:00'tti injifattoonni ni ifoomu.

Sana booda badhaafamtoonni guyyaa dhaabbatichi murteesserratti qaamaan teessoo Qubee Electronics'tti argamuun badhaasa isaanii fudhatu. Yeroon suuraa fi sirna badhaasaa nijiraata.

Hubachiisa;
1.Mala ittiin share fi react/like to'annu waan qabnuuf namoonni like/react fi share sobaa/fake fayyadaman dorgommii keessaa haqamu.
2.Yeroo qabxii kenninu akka nun rakkifneef, dorgomtoonni maxxansa yookan post keessan link isaa karaa Telegram keenyaa keessaan nuuf ergaa.
+251911539551

Ulaagaa Addaa
Erga yeroon dorgommii dhumeen booda, akk*ma injifattoonni beekamaniin, osoo guyyaan badhaasaa hin ga'iin warri injifatan 'vedio' tajaajila dhaabbata keenya ibsu hojjetee timeline isaa jalatti maxxansa.

Carraa gaarii!

Halkan gaarii qabaadhaa💋💋💋💋
01/08/2026

Halkan gaarii qabaadhaa💋💋💋💋

ሠላምና ደስታ ከእናንተ ጋ ይሁን። Good night!!
31/07/2026

ሠላምና ደስታ ከእናንተ ጋ ይሁን።
Good night!!

jecha tokkoon na ibsimee!
31/07/2026

jecha tokkoon na ibsimee!

As kottuu asin jira.....!
25/07/2026

As kottuu asin jira.....!

Hir'ibni na jalaa badeera!Eenyu ati kan Hir'ibakoo fudhatte kun?
24/07/2026

Hir'ibni na jalaa badeera!
Eenyu ati kan Hir'ibakoo fudhatte kun?

Mul'ata qabaadhu!
21/07/2026

Mul'ata qabaadhu!

11/07/2026

Magaalaa Mattuutti Lafa nagaduun itti fufeera!
Kaabinee Mana Adaamaa Qorqorroo bakka lamaa qabufaatu aangootti fayyadamee waldaadhaan lafa fudhata!. ebxoo!

OBN Afaan Oromoo
Oromia Communication Bureau
Oromia Prosperity Party / OPP /
@

07/07/2026

Shiraa fi daba Waajjirri Lafaa Bulchiinsa Magaalaa Mattuu raawwatee fi raawwachaa jiru callisanii ilaaluun daba seenaati.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biiftuu Iluu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Biiftuu Iluu:

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Food & Beverage Service?

Share