15/10/2026
Barsan ๐
".... Guyyattii sana akka sa'ati ammaa kanattin yaadadha,; ....". Barruu kitaabichaa keessatti gaalee deddebiin barraa'e
Barattii akkamiin dagannaa?
Dhalootaafuu katabneen olkaa'e kunoo!
Galatakee Yaa Uumaakoo!
Kitaabni Kun Yaadannoon isaa Haadhakoo ishee madaanshee osoo hin qooriin , waggoota 16f naaf jette imimmaan osoo hin qoorfatin dabarsitee , asheeta Bilisummaa ilmoonshe arge tuttufattus dhandhasaa osoo hin argin nadhiiftee deemte Zaariyyaa Abduutiif ta'a. ๐