16/02/2026
๐โโก๏ธJechoota xumuraa Ergamaan keenya Nabi Muhammad (๏ทบ) gorsa isaanii kan xumuraa keessatti dubbatan...
โก๏ธ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ilmaan Namaa: Wal-argaan Kiyyaa fi keeessan Addunyaa kana osoo hin taane, Howdii koo irratti haa tahu.
โก๏ธ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ilmaan Namaa! Ani hiyyummaa osoo hin taane durummaan isin irratti sodaa dha, akkuma ummanni isiniin duraa duniyaa kana keessatti wal-dorgome wal-dorgomtanii, akkuma isaan balleessite isiniis balleessuu (halaakuu) sodaadha.
โก๏ธ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ilmaan Namaa: Hadaraa salaata, salaata, salaata, salaataa jabeessaa.
โก๏ธ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ilmaan Namaa: Dubartoota keessatti RABBIIN sodaadhaa. Dubartoota keeyrii akka yaaddaniif isinitti dhaammadha.
โก๏ธ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ilmaan Namaa: Gabricha tokko RABBIIN duniyaa kana keessa turuuf waan Rabbiin bira jiru filachiise, gabrichi suniis waan Rabbii isaa bira jiru filateera.
RABBIIN isin haa jaalatu, Rabbiin isin haa tiksu, Rabbiin isinii haa tumsu, Rabbiin gadi isin haa dhaabu, Rabbiin isin haa jabeessu.
โก๏ธ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ilmaan Namaa: Nama ummata kiyyarraa na hordofe hundatti salaamata naa qara'aa.
โค๏ธ Yaa Ergamaa RABBII ! Dhaamsi isin Waggaa 1400 dura dhaamaa turtan hunduu nu bira gahee jira, nutiis karaa keessan badhaafamnee isin hordofaa jirra, nageenyi fi rahmanni RABBII isinirra haa jiraatu.
๐นุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
๐น
Sallallahu Alaihi Wasallam ๐นโฅ๏ธ