Humna Abjuu waloof

Humna Abjuu waloof Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Humna Abjuu waloof, Grocers, Adama.

Wax.2017Adaamaa ~ Abbaa Gadaa👉Aanaa ~Buttaa❤️"INDUSTIRII GODOO"Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa  H...
25/06/2025

Wax.2017
Adaamaa ~ Abbaa Gadaa
👉Aanaa ~Buttaa❤️
"INDUSTIRII GODOO"

Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa
Hojii Industirii Godoo Adda Addaatiin Waldaaleen addaa addaa gurmaa'aanii Fayyadamaa Ta'aa jiran. Haaluma Kanaan namoonnin 2500 ol carraa hojii qofaan fayyadamaa ta'aati kan jiran. Suuraan Waldaalee Muraasa👇

Aanaa Buttaa❤️

10/05/2025
Amajjii 15/05/2017Adaamaa~Abbaa GadaaMisooma~Sululaa~Daagaa QotuuMagaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Hojiin M...
23/01/2025

Amajjii 15/05/2017
Adaamaa~Abbaa Gadaa
Misooma~Sululaa~Daagaa Qotuu
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Hojiin Misooma~Sululaa~Daagaa Qotuu Hojjetameera.

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Humna Abjuu waloof posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category