Atimoo

Atimoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Atimoo, Grocers, Adaama, Adama.

kunis jiraam 😁😁😁
23/05/2026

kunis jiraam 😁😁😁

09/11/2025

Pheenxee ta'uuf wantoota si barbaachisu

👉Kan homaa hin baranne ta'uu

👉Soba danda'uu

👉Maariyaamii Arrabsuu fi Xureessuu danda'uu

👉Doofaa ta'uu qabda

👉Tooftaa ummata ittin gowwoomsan beeku qabda

👉Qulqulloota jibbuu danda'uu qabda

👉Daandii irratti Akka harreetti alaakuu danda'uu qabda

👉Macaafa qulqulluu Micciruu danda'uu

👉Qulqulloota waaqayyoon kabaje salphisuu danda'uu

👉Kan hin barreeffamne dubbisuu

👉Utaaluu danda'uu

👉Sooftii nyaachuu fi marga dheeduu danda'uu

👉Ilmoo rarraastee haadha walaaluu danda'uu

👉Kaalchoo,Dhiitichoo fi Booksii danda'uu

👉 Dandeettii Zayitii dhuguu qabaachuu

👉 Dhugaa jiru amantee fudhachuu diduu

👉 Maqaan Maariyaamii yoo dhahamu gubachuu fi Ciinca'uu danda'uu
🔹🔹🔹🔹🔹🔹🔹🔹🔹

Õrtôôdòksîíñ Bīyyå ⛪

 🤔B/s Yaareed Alamuu Kaleessaa Naceesiste koottu gaaffii kanaaf deebii laadhu👌Nagaan siif haa ta'u akkam fayyaa keetii? ...
04/11/2025

🤔
B/s Yaareed Alamuu Kaleessaa Naceesiste koottu gaaffii kanaaf deebii laadhu👌

Nagaan siif haa ta'u akkam fayyaa keetii? yaa'ii afuurawaa biyya lallaba shawaa bahaa mana lubummaa aanaa adaamii tulluu magaalaa baatuu kaatediraala gaara gannataa qulqullicha giyoorgisitti guyyoota 3f onkoloolessa 21_23/2018 B.Atti diriire ture irratti argamtee tajaajiltee turte haa ta'u garuu marsaan deddebitee waltajjii sanatti yeroo tajaajiltu osoo beektu qooqa saba keetiifi qooqa hawaasa keetii (oromiffa)osoo hin fayyadamiin(amaariffa)qofa kan faytadamteef eenyu waan taateef si miti barsoonni birootu(hin beekne)caccabsanii fayyadamu beektaa sittin himaa👌
Waltajjii kana irratti ammoo walakkaa walakkaa fayyadamuu dandeessa ture anaaf hawaasa bal'aan akka tajjabamtee waltajjicha irraa buute beektaa?
👌maalii sababni kee?
👌maali tuffiin hangas gahu?
👌hanga kana baattoofi bitamaa taatee kan galteef maal waan taatee moo kallattii siif kaawametu jira osoma hin fayyadamiin siin jedhamee waltajjii akkanaarraatti akkamiin sammuun kee danda'e❓

➞Sher taasisaa biraan naaf gahaa👌

😁😁😁😁
03/11/2025

😁😁😁😁

Lafa Nagaa OolaaFollow godhaa 👉
02/11/2025

Lafa Nagaa Oolaa
Follow godhaa 👉

Imimmaan hadha keeti rabbiin siin agarsiisin🤲🤲
02/11/2025

Imimmaan hadha keeti rabbiin siin agarsiisin🤲🤲

Ayi ummatta warraddaa kan 😁😁😁😁😁😁
01/11/2025

Ayi ummatta warraddaa kan 😁😁😁😁😁😁

❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌Monokseen du'eera jedhamee abboottiin nu barsisaaniiru. Akkamitti, Wareegama amantootaa hin gabaasinaa!, ...
30/10/2025

❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌
Monokseen du'eera jedhamee abboottiin nu barsisaaniiru.
Akkamitti, Wareegama amantootaa hin gabaasinaa!, hin dubbatiinaa! Jedhama❓
Kan du'e akkamitti du'a sodata❓
Hanga kana maaliif furmaata Kiristaanoota sanaaf hin kennine❓
Yoo dadhabe immoo akka waaregamaa 21ffaa biyyaa libiyaa keessatti waaqni keessan waaqa kootti jedhee wajjin wareegamummaa simate, ijoollee isaa wajjin maaliif sadarkaan sun ni geesisa taanaan maaliif hin fudhanne❓

Abboottii keenyatti amma qaanoofnu geenyeera.

Siyaasaa fi amantaa godhachuun saba fi aantee isaa ajjeessuun aad maleedha! Kiristaanoota hin ajjeesinaa!
Ebbii kessan narra yaa darbu

waraddaa

Abuna Gabri`eel Micayyoo tana Xabbase jedhan 😒😌
30/10/2025

Abuna Gabri`eel Micayyoo tana Xabbase jedhan 😒😌

Namota akkasirraa of egaadhuu😁😁😁😁😉
26/10/2025

Namota akkasirraa of egaadhuu😁😁😁😁😉

Address

Adaama
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Atimoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category