Shagar Post

Shagar Post Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shagar Post, Grocers, Shagar city, Addis Ababa.

"Hanni biyya hin guddisu; cimanii hojjechuu dhiisuun biyya hin guddisu; cimnee kan hojjennu taanaan Itoophiyaa yaannu ni...
17/08/2026

"Hanni biyya hin guddisu; cimanii hojjechuu dhiisuun biyya hin guddisu; cimnee kan hojjennu taanaan Itoophiyaa yaannu ni ijaarra"


Dr.Abiyyi Ahimad

"Itoophiyaan jaarsummaa, dhiifama, araaraa fi beenyaan rakkoo keessatti cimaa turte, amma ammoo duudhaalee kanneen gabbi...
17/08/2026

"Itoophiyaan jaarsummaa, dhiifama, araaraa fi beenyaan rakkoo keessatti cimaa turte, amma ammoo duudhaalee kanneen gabbisuun mariin rakkoolee ishee hundeerraa hiikuuf hojjetaa jirti."

Dr.Abiyyi Ahimad

“Jijjiiramni, yaada furmaataa burqisiisuun dhufa male, rakkoofi kufaatii irra deddeebiin dubbachuun miti ."  Dr. Abiyyi ...
17/08/2026

“Jijjiiramni, yaada furmaataa burqisiisuun dhufa male, rakkoofi kufaatii irra deddeebiin dubbachuun miti ." Dr. Abiyyi Ahimad.

"Diinota keenya tarsiimoon caallee hamma hin argamnetti, birmadummaan bu’uura amansiisaa irra hin dhaabbatu." Dr.Abiy Ah...
16/08/2026

"Diinota keenya tarsiimoon caallee hamma hin argamnetti, birmadummaan bu’uura amansiisaa irra hin dhaabbatu."
Dr.Abiy Ahimad.

"Qeenxeen mul’achuuf utuu hintaanee waloon miidhaguuf yaadaa fi hubannoo qajeelaa barbaachisa".MMI Dr.Abiy Ahimad.
16/08/2026

"Qeenxeen mul’achuuf utuu hintaanee waloon miidhaguuf yaadaa fi hubannoo qajeelaa barbaachisa".

MMI Dr.Abiy Ahimad.

Turizimii Guddisuuf Misooma Qabeenya Uumamaa.Damee Turizimii guddisuuf Mootummaan qabeenya uumamaa kunuunsuu fi bakkeeww...
15/08/2026

Turizimii Guddisuuf Misooma Qabeenya Uumamaa.

Damee Turizimii guddisuuf Mootummaan qabeenya uumamaa kunuunsuu fi bakkeewwan hawwata turistii ta’an haaromsuu fi misoomsuurratti hojii bal’aa hojjechaa jira. Hojiiwwan kunis bakkeewwan hawwata turistii gara iddoowwan daawwannaa ammayyaa fi hawwataa ta’anitti jijjiiruudhaan bu’aa dinagdee fi hawaasummaa olaanaa argamsiisaa jiru. Bakkeewwan seenaa, aadaa fi uumamaa garaagaraa irratti bu’uuraalee misoomaa, qulqullina naannoo, tajaajila daawwattootaa fi beeksisa turizimii cimsuun lakkoofsa turistootaa dabaluuf, galii mootummaa fi hawaasaa guddisuuf akkasumas carraa hojii uumuu keessatti gahee olaanaa qaba.

Nageenyi bu'uura guddina biyyaalessaati.  Nageenya fi taasgabbii waaraa biyyaalessaa mirkaneessuuf marii, fuurtuu fi fil...
15/08/2026

Nageenyi bu'uura guddina biyyaalessaati.

Nageenya fi taasgabbii waaraa biyyaalessaa mirkaneessuuf marii, fuurtuu fi filannoo isaa isa jalqabaa taasisera. Jibbaa fi wal-qoqqooduu irra, waliigaltee fi wal-hubannaan Itoophiyaa ijaaruun badhaadhina fi nageenya waaraa dhaloota dhufuuf dabarsuun dirqama dhaloota har'aa ta'uu isaa yaada fi cichoomina hojii isaan nutti argisiseera. Kanaaf, kutaannoo cimaan nageenya Itoophiyaa mirkaneessuuf argisiisaa jiru, Itoophiyaa nageenya waaraa qabduu fi badhaadhina misoomaan guutamtee fi fuulduratti gutuummaa addunyaa irratti akka ifa biiftuutti iftu kan nutti argisisuudha.

"Sirni dimokiraasii ijaaramaa jiru kun qorumsawwan keessoo fi alaa kana bifa dandamachuu danda'uun, nageenya mirkaneessu...
14/08/2026

"Sirni dimokiraasii ijaaramaa jiru kun qorumsawwan keessoo fi alaa kana bifa dandamachuu danda'uun, nageenya mirkaneessuudhaan biyya keenya gara fuulduraatti ceesisu kan danda'udha."

MMI Dr.Abiyyi Ahimad

Nagaa fi MisoomaNagaan bu’uura misoomaati. Marii, tumsa fi mul’ata waliinii irratti hundaa’uun Itoophiyaa tasgabbooftuu ...
14/08/2026

Nagaa fi Misooma
Nagaan bu’uura misoomaati. Marii, tumsa fi mul’ata waliinii irratti hundaa’uun Itoophiyaa tasgabbooftuu fi badhaate ijaaruun itti gaafatamummaa hunda keenyaa ti.
Dr. Abiyyi Ahimad

Badhaadhinni Itoophiyaa kan mirkanaa'u humna keessoo keenya jabeessuu fi dandeettii qabnutti fayyadamuu danda'uudhaani. ...
13/08/2026

Badhaadhinni Itoophiyaa kan mirkanaa'u humna keessoo keenya jabeessuu fi dandeettii qabnutti fayyadamuu danda'uudhaani. Biyya guddoo fi kabajamtuu taate dhaloota dhufuuf dabarsuun kaayyoo keenya isa ijoodha."

Dr. Abiyyi Ahimad

Address

Shagar City
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shagar Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category