Obsa jemal page

Obsa jemal page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Obsa jemal page, Grocers, 0949835228, Addis Ababa.

Jaallannee jibbinee, biyyi ofii kanuma ofiiti! Kabaja biyya ofii eeggachuun mirga osoo hin taane, dirqama! Garaagarummaa...
09/10/2026

Jaallannee jibbinee, biyyi ofii kanuma ofiiti! Kabaja biyya ofii eeggachuun mirga osoo hin taane, dirqama! Garaagarummaa siyaasaa, amantaa, gandaa, yaadaa, sabaa qabaannullee, yeroo biyyi keenya diinaan tuqamtu, tokki taanee biyya keenyaaf dhaabbanna!. Dhimmi dhimma mootummaa deeggaruu osoo hin taane, kabaja biyya ofii tikfachuuti!

ODUU AMMEE Itoophiyaan Of-Ittisuu Irraan Kan Hafe Filannoo Biraa Hin Qabdu Dr. Geediyoon XimotewosMinistirri Dhimma Alaa...
09/10/2026

ODUU AMMEE Itoophiyaan Of-Ittisuu Irraan Kan Hafe Filannoo Biraa Hin Qabdu Dr. Geediyoon Ximotewos

Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa, Dr. Geediyoon Ximotewos, waraanni Ertiraa daangaa Itoophiyaa cabsuun gara naannoo Tigraay seeneera jechuun Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNSC) xalayaa barreessaniiru.

Itoophiyaan weerarri irratti raawwatameef of-ittisuu irraa kan hafe filannoo biraa akka hin qabne xalayaa kanaan ibsuu ishee BBC’n gabaaseera.

Akka ibsa xalayaa Dr. Geediyoon keessatti dhiyaateetti, Ertiraan sochii waraanaa ishee cimsuun, humna waraanaa makaanayizdii dabalatee, naannoo Tigraay keessatti godinoota sadii irratti gara keessa Itoophiyaatti fageenya kiiloo meetira 30 hanga 60 seensisteetti jedhameera.

Ministirichi, gochi kun birmadummaa Itoophiyaa fi daangaa ishee kan sarbu ta’uu ibsuun, seera idil-addunyaa fi Heera Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan faallessu ta’uu eeraniiru.

Haala kanaan, Itoophiyaan mirga seeraa of-ittisuu isheetti akka fayyadamtu dirqama keessa galuu dandeessi jechuun ibsaniiru.

Dr. Geediyoon, Itoophiyaan dhiibbaa fi tuttuqaa Ertiraa obsaa fi of-qusannaa dheeraan dandamachaa turuu ishee yaadachiisuun, Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii tarkaanfii of-ittisuu Itoophiyaan fudhachuu dandeessu akka deeggaru fi cinaa ishee akka dhaabbatu gaafatan.

 !🚨====Abdiifi wabii biyya keenyaa kan ta'e Raayyaan Ittisa Biyyaa yeroo ammaa kana maandhee wayyaaneefi weerartuu shaab...
09/10/2026

!🚨
====
Abdiifi wabii biyya keenyaa kan ta'e Raayyaan Ittisa Biyyaa yeroo ammaa kana maandhee wayyaaneefi weerartuu shaabiyaa gootummaan diiguu itti fufuun magaalaa tarsiimoftuu kan taate guutummaan guutuutti to’annoo jala oolcheera.

Uummata Tigiraayiif Nagaa👏👏

29/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Amin Kadirii, Sarhuk Mucaa Harara, Xibaaraa Barattootaa, Obsiishaa Aliyyii, Siff Tanan Qashaxii

Osoo Namni hundi Si jibbeeyyuu Kophaa koo Si jaaladha. hanga ati Sirrii jirtutti hanga ani addunyaa kanarra jiruttis Si ...
11/02/2026

Osoo Namni hundi Si jibbeeyyuu Kophaa koo Si jaaladha. hanga ati Sirrii jirtutti hanga ani addunyaa kanarra jiruttis Si jaalachuu fi sii deegaru hin dhiisu!❤️

Address

0949835228
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa jemal page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category