Ayyantu markos hunde

Ayyantu markos hunde Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ayyantu markos hunde, Grocers, Addis Ababa.

07/06/2026


kkkk
05/04/2026

kkkk

Aadaa Dubrummaa dabarsanii kennuu...
****************************************
Gaafa gaa'ilaa Misiroon dhiiraa ishee dubaraa irraa dubrummaa sababa garagaraatiin yoo fudhachuu dadhabe, Miizee 1ffaan itti darbee durbummaa fudhachuun aadaa duubatti hafaadha. Sababni isaas...
1. Dhukkuboota walqunnamtii saalaatiin daddarban kanneen akka Dhukkuba Tiruu, Dhukkuba kalee, Dhukkuba HIV, Dhukkuba Fanxoo, dhukkuba cophxoo fi kkf walitti daddabarsuudhaaf saaxiluu danda'a.
2. Daa'imni yoo uumame abbummaan daa'imichaa gaafii keessa galuu danda'a.
3. Wal amanamummaan gaa'ilaa baduu danda'a.
Kanaaf, rakkoon akkanaa Misiroo dhiiraa gaafa gaa'ila isaa yoo muudate durbummaan dirqama guyyaa cidhaa baduu qaba wanti jedhamu hin jiru, guyyaawwan cidha booda jiran hedduudha waan ta'aniif dhiphachuun hin barbaachisu. Waliin mari'atanii guyyaa itti aanutti dabarsuun ni danda'ama waan ta'eef, aadaadha jedhanii miizeetti haadha warraa ofii dabarsanii kennuu irraa of qusachuun barbaachisaadha.
Galatoomaa!!

🥰
10/03/2026

🥰

07/03/2026
 JM  joni boojjii
27/01/2026

JM
joni
boojjii

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ayyantu markos hunde posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category