Qaro Ayyaana

Qaro Ayyaana Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qaro Ayyaana, Grocers, Shaggar oromia, Addis Ababa.

04/07/2026
06/05/2026

Walhubanna Diinotaa
==================
Sudan diironin rukutame jechuu, Egypt dhimmaa kanaa deeggaruu, Dhimmi TPLF kaaba godhaa jirtuu, Shanee nu biraa, Faannoo olii, warraa Social grievance uumuuf uummata kakkaasaa jiran hundi isaani Walhubatani socho'aa jiruu.

Nuutis kana caalaa wal hubachuu, hojachuu fi tokko tahuu qabna! Fedhiin isaani biyyaa boodetti deebisuu dha. Kuni ammoo fedhii alaatin hinmilkaa'uu. Isaa kanaaf ammoo jabinni keesso murteesadha. Gochaa isaani kanarratti uummatni dammaqee hordofuu qaba.

Address

Shaggar Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qaro Ayyaana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category