Humna Wangeela

Humna Wangeela Jesus is my Everything 💓 Dhalootni koo karoora waaqayyootiin, Jiraachuun koo waaqayyoof. Wangeelli waamicha kooti!

👉Amantiidhan "AMEEN"jedhaa fudhadhaa,  !↪Barri fuula kee duraa jiru kun➡Bara Gammachuu....Filph.4:4➡Bara Nagaa.............
06/09/2026

👉Amantiidhan "AMEEN"jedhaa fudhadhaa, !
↪Barri fuula kee duraa jiru kun
➡Bara Gammachuu....Filph.4:4
➡Bara Nagaa............Erg.2:42-45
➡Bara Jaalalaa.........1Qor.13:4
➡Bara Quufaa............Iyo.42:1
➡Bara Eebba Kee nyaattu...Um.41:37-39
➡Bara Humni Waaqayyoo Itti Mul'aatu. Erg.2:1
➡Bara Kakuun Kee Raawwatamu. Um.21:1
➡Bara Eebbifamtee Eebbaf taatu. Um.12:3
➡Bara Daldaltee Sooromtu
➡Bara Baratte Qaroomtu
➡Bara Dubbate Dhageessifattu. Iya.10:13
➡Bara Figdee Dursitu
➡Bara Yaaddee Milkooftu...Fak.16:3
➡Bara Fedha Waaqaa Itti Raawwatu. Filph.3:7
Siniif Haa Ta'uu "Maqaa yesuus Kiristoosin" Ameen🙏🙏🙏🙏🙏🙏
kana namni share godhe moo dachaan
haa Eebbifamuu

05/09/2026
Guyyaa 30/12/2018‎Barri dhufu nuuf biyyaa keenyaaf bara seenaa qabeessa haa ta'u !✔️
05/09/2026

Guyyaa 30/12/2018
‎Barri dhufu nuuf biyyaa keenyaaf bara seenaa qabeessa haa ta'u !✔️

04/09/2026

✔️Yes
✔️No

    ²⁹ Museen gabatoota dhuga-baatuu sana lamaan harka isaatti qabatee tulluu Siinaa irraa gad bu'e; Museen tulluu irraa...
04/09/2026


²⁹ Museen gabatoota dhuga-baatuu sana lamaan harka isaatti qabatee tulluu Siinaa irraa gad bu'e; Museen tulluu irraa yommuu gad bu'e Waaqayyo isatti dubbachuu isaatiin fuulli isaa calaqqisaa akka ture inni hin beekne.
³⁰ Aaronii fi namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in sodaatan. Bau. 34

 ? 'ee_Nama_Ajaa'ibuu_Kana_Dubbisa_mee_Baay'ee_Nama_dhibaam_hojii_gooftaa! !  wangeelaa tokootu ture..innis Barsiisa sag...
02/09/2026

?
'ee_Nama_Ajaa'ibuu_Kana_Dubbisa_mee_Baay'ee_Nama_dhibaam_hojii_gooftaa!
!
wangeelaa tokootu ture..innis Barsiisa sagalee waaqayyoo, dhugaa bahumsa dubbii sagalee waaqayyoo (Missionary) , fi Nama Hojii waaqayyoof of kennee tajaajilu ture.
kanaan hojii waaqayyoo Xiyyaaraan deemeet biyyoota Garagaraa deemee waaqayyoon tajaajilaa ture.
tokko waan Ajaayibaa ni taha jedhamee hin yaadamnetu tahe.
Innis Namni kun tajaajilaaf Utuu xiyyaaraan biyya tokkoo biyya biraa deemaa jiruut Xiyyaarri inni ittiin deemaa jiru Qilleensa irratti Rakkoo Mudateen Gubattee Lafa buutee Namooti achi keessa jiranis Hunduu du'an..Inni Garuu Utuu waanta tokko hin tahiin Lafa bu'ee of Arge..
..Namooti Lubbuu bararani Gaafa dhufanii Nama kana Akkamitti Ooluu dandeesse jedhanii Af_Gaaffii (Interview) godhaniif.."Ani hin beeku akkuma xiyyaara keenya Balaan ibidda mudateen Namooti Ani hin beekne dhufanii Na qabanii..Na utubanii na fuudhanii deeman, sana booda anis Ofan wallaale Gaafan Of Baru Lafa irrattan Of arge..Namooti ani waliin xiyyaara Yaabbadhe Balaa xiyyaara mudate kanaan dhumanii Arge. "jedhee Deebiseef.
keenya .
kana irraa Waan Guddaa akka barattan Abdiin qaba.
Waaqayyo Utuu ergama si ergeef hin xumuriin kumaatamni yoo dhumaniyyuu siin si Oolcha .. !
waaqa Du'a keessaa Nama hambisuudha ..Isa Amanachuun gaariidha. Waaqni keenya Waaqa Daaniel, Alaazariin du'aa kaase
Waaqa danda'adha.
jedhii Ergaa kana Namni dubbistee hiriyyootakeef # taasisi.
Far. 91
⁶ Dha'icha dukkanaan namatti dhufu, dhukkuba adeemaa saafaa nama balleessus hin sodaatin!
⁷ Kumni tokko si bukkeetti kumni kudhanis gara mirga keetti yoo kufan iyyuu, wanti namatti dhufu kun sitti hin dhi'aatu;
!

❝Nama_hundumaa_wajjin_nagaatti_jiraachuudhaaf karaa keessan wanta danda'amu hundumaa_godhaa!❞  —Rom. 12: 18Nama hundumaa...
01/09/2026

❝Nama_hundumaa_wajjin_nagaatti_jiraachuudhaaf karaa keessan wanta danda'amu hundumaa_godhaa!❞
—Rom. 12: 18

Nama hundumaa waliin nagaadhaan jiraadhu! Diina firoomfadhu! Garaa jaalalaa qabaadhu! Yaani akkanaa bara amma kanatti gowwummaa fakkaata! Garuu, qaroomina milkii irraa gara milkaa'inati nama dabarsuu dha. Eebbi daangaa hin qabne kan ittiin argamuudha. Homtuu osoo sitti hin hir'atin bara baraan umurii dheertuu fi gammachuu qabdu jiraatta. Kaayyoo diinaa fashaleessuu yoo barbaadde nagaa dhaan moo'i! Hamaa hamaadhaan hin deebisin!
❝Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!❞
—Rom. 12: 21
Lafa jibbi jiru hin dhaabbatin! Warra jal'inaan nama irratti ka'anii fi hammeena yaadan jalaa dhokadhu! Isaan yoo gara keetti dhufan ati callisii! Gaarummaa kee hojjechuu itti fufi!

❝Ammas dhama'uu hundumaan dhama'aa! Amantii qabdan gaarummaadhaan argisiisaa, gaarummaa keessaan beekumsa argisiisaa!❞
2Phe. 1: 5

30/08/2026

🙏🙏✔️

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Humna Wangeela posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share