Waajjira Qonnaa, Horsisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee

Waajjira Qonnaa, Horsisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Qonnaa, Horsisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee, Caterer, Wachile, Addis Ababa.

‎Oomishaafi Oomishtummaa Bunaa dabaluun diinagdee biyyaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuun ibsame.‎====================...
24/06/2026

‎Oomishaafi Oomishtummaa Bunaa dabaluun diinagdee biyyaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuun ibsame.
‎==============================
‎Waxabajjii 17/2018; Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilleetti leenjiin paakeejjii oomisha bunaa, muduraa fi mi'eessituu hoggansa gandootaa fi ogeeyyii Waajjira Qonnaatiif kenname.

‎Itti Aanaa Bulchaa fi Itti Gaafatamaa Waajjira Qonnaa,HB fi Lafaa aanichaa Obbo Boruu Soraa, Daarektara Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa damee aanichaa Obbo Jaarsoo Sheedo leenjicharratti argamuun haasaa baniinsaa taasisaniru.

‎Daarektara Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa damee aanichaa Obbo Jaarsoo Sheedo yaada kennaniin galiin oomisha bunaarraa argamu jiruu fi jireenya qonnaan bultootaa guddisuurra darbee madda galii olaanaa biyyattii ta'uun mul'ata badhaadhinaa dhugoomsuu keessatti qooda ol'aanaa waan qabuuf oomishaa fi oomishtummaa bunaa sirritti lafa qabsiisuuf hojjatamuu akka qabu dubbatan.

‎Itti Aanaa Bulchaa fi Itti Gaafatamaa Waajjira Qonnaa,HB fi Lafaa aanichaa Obbo Boruu Soraa gama isaanitiin mootummaan Inisheetiiviiwwan misooma bunaa qulqullinaan, baay'inaa fi ariitii barbaadamuun bakka hundatti babal'isuun fayyadamummaan uummataa akka mirkanaa'u qabatamaan hojjachaa jiraachuun ibsamee jira.

  Qonnaa Arfaasaa Daawwatamee ‎‎Caamsa 17/2018 WPBA Waacillee ‎‎Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilleettii Oomishi Qonnaa ...
25/05/2026

Qonnaa Arfaasaa Daawwatamee

‎Caamsa 17/2018 WPBA Waacillee

‎Godina Boorana Bahaa Aanaa Waacilleettii Oomishi Qonnaa Arfaasaa Itti Gaafatamaa Siyaasa Paartii Badhaadhina Damee Godina Boorana Bahaa Obboo Issaaqoo Xachoo, Itti Gaafatamaa Waajjiraa Bishaan Godina Boorana Bahaa Obboo Kiyyaa Dheeraa,Bulchaa Bulchiinsaa Aanaa Waacillee Obboo Rashiid Ibreen fi koree olaanaa Aanaatiin daawatamee jira.

‎Aanichatti Hojii Gargaaramummaa irraa gara Oomishtummaa cehuuf hojjatamaa jiru abdachiisaa akka ta'ee kaasuun horsiisee bulaan keennaa cimee hojjachuu akka qabuu dhaamanii jiru.

🌾𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐁𝐨𝐨𝐫𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐜𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐁𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐋𝐚𝐟𝐚𝐚 𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂     =𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 7/9/2018 =🌾 ‎𝐺𝑎𝑚𝑎𝑔...
15/05/2026

🌾𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐁𝐨𝐨𝐫𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐜𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐁𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐋𝐚𝐟𝐚𝐚 𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 =𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 7/9/2018 =
🌾 ‎𝐺𝑎𝑚𝑎𝑔𝑔𝑎𝑚𝑛𝑖 ℎ𝑜𝑗𝑖𝑖 𝑏𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖 𝑠𝑎𝑑𝑎𝑎𝑟𝑘𝑎 𝑔𝑎𝑛𝑑𝑜𝑜𝑡𝑎𝑡 𝑟𝑎𝑤𝑤𝑎𝑡𝑎𝑎𝑚𝑎 𝑡𝑢𝑟𝑒𝑒 𝑞𝑜𝑟𝑎𝑡𝑎𝑚𝑒 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑎.

‎𝐺𝑎𝑚𝑎𝑔𝑔𝑎𝑚𝑖𝑐ℎ𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑚𝑎𝑛𝑎𝑗𝑖𝑚𝑒𝑒𝑛𝑡𝑖𝑖 𝑊𝑎𝑎𝑗𝑗𝑖𝑟𝑎 𝑓𝑖 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑎𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑚𝑖𝑠𝑜𝑜𝑚𝑎 𝑔𝑎𝑛𝑑𝑜𝑜𝑡𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛 ℎ𝑖𝑟𝑚𝑎𝑎𝑐ℎ𝑖𝑠𝑒 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑢𝑢 𝐺𝑎𝑚𝑎𝑔𝑔𝑎𝑚𝑖𝑐ℎ𝑖 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑚𝑢𝑢𝑛 ℎ𝑎𝑎𝑠𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑛𝑖𝑛𝑠𝑎 𝑓𝑖 𝑔𝑎𝑚𝑎𝑔𝑔𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑎𝑛 𝑔𝑒𝑔𝑔𝑒𝑒𝑠𝒔𝒂𝑎𝑛 𝐈/𝐀 𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚,𝐇/𝐁𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐥𝐚𝐟𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐁𝐨𝐨𝐫𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐚𝐚 _𝐀𝐛𝐚𝐚𝐛𝐚 𝑓𝑖 𝐈/𝐀 𝐁𝐮𝐥𝐜𝐡𝐚𝐚 𝑓𝑖 𝐈/ 𝐆 𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚,𝐻/ 𝐵𝑢𝑙𝑎𝑎 𝑓𝑖 𝐿𝑎𝑓𝑎𝑎 𝐴𝑎𝑛𝑎𝑎 𝑊𝑎𝑎𝑐𝑖𝑙𝑙𝑒𝑒 #𝐎𝐛𝐛𝐨𝐨 𝐁𝐨𝐫𝐮𝐮 𝐒𝐨𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑎𝑛𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑔𝑎𝑏𝑎𝑎𝑠𝑛𝑖 𝑔𝑎𝑛𝑑𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜𝑜𝑛 𝑔𝑎𝑛𝑑𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑒𝑟𝑔𝑎𝑎 𝑞𝑜𝑟𝑎𝑡𝑎𝑚𝑒𝑒𝑛 𝑏𝑜𝑜𝑑𝑎

𝐈/𝐀 𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚,𝐇/𝐁𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐥𝐚𝐟𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐁𝐨𝐨𝐫𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐚𝐚 _𝐀𝐛𝐚𝐚𝐛𝐚
‎𝑐𝑖𝑚𝑚𝑖𝑛𝑖 ℎ𝑜𝑗𝑖𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢𝑢 𝑎𝑘𝑘𝑢𝑚𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑢𝑢𝑡𝒊 𝑡𝑎'𝑒𝑒 ℎ𝑎𝑛𝑞𝑖𝑛𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑔𝑎𝑚𝑎𝑔𝑔𝑎𝑚𝑚𝒂𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝒊 𝑚𝑢𝑙𝑎𝑡𝑎𝑎𝑛 𝑚𝑎𝑘𝑠𝑢𝑢𝑓 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑢𝑚𝑎𝑠 ℎ𝑜𝑗𝑖𝑖𝑙𝑒𝑒 𝑔𝑎𝑚𝑎𝑎 𝑊𝑎𝑎𝑗𝑗𝑖𝑟𝑎 𝑄𝑜𝑛𝑛𝑎𝑡𝑡𝑖𝑛 𝑘𝑢𝑟𝑚𝑎𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑎𝑑𝑎𝑎𝑛 𝑑𝑎𝑏𝑟𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡 𝑎𝑑𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑥𝑢𝑚𝑚𝑢𝑟𝑎𝑚𝑖𝑖𝑛 ℎ𝑎𝑓𝑎𝑎𝑛 𝑘𝑢𝑟𝑚𝑎𝑎𝑛𝑎 𝑎𝑓𝑢𝑟𝑎𝑓𝑓𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑑𝑎𝑏𝑎𝑙𝑎𝑚𝑒 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑖𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎 𝑎𝑟𝑐𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜𝑜 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑟𝑎𝑤𝑤𝑎𝑡𝑎𝑚𝑢 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢𝑢.

‎𝐷𝑎𝑏𝑎𝑙𝑎𝑡𝑎𝑎𝑛 𝐼/𝐴 𝐵𝑢𝑙𝑐ℎ𝑎𝑎 𝑓𝑖 𝐼/𝐺 𝑊𝑎𝑎𝑗𝑗𝑖𝑟𝑎 𝑄𝑜𝑛𝑛𝑎,𝐻/ 𝐵𝑢𝑙𝑎𝑎 𝑓𝑖 𝐿𝑎

𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐁𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐋𝐚𝐟𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐜𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞 🙏 Hojii inisheetivii Daammaa lafaa Qabsiisuuf  Gagguura Ammaayy...
03/05/2026

𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐁𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐋𝐚𝐟𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐜𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞
🙏 Hojii inisheetivii Daammaa lafaa Qabsiisuuf Gagguura Ammaayyaa Kilaasteeran Hojitti galamee Jira.
Eblaa 24/08/2018 Godinaa Bahaa Aanaa Wacillee Gandaa waleensuutti Hojii inisheetivii Daamaa Hojii irraa olchuuf Kilaasteeran Misoomaa Daamaan Gagguraa Ammaayyaa Duraan ijaarama turee Bifaa Gaariin ta'een Hojii jalqabamee Jira.

Address

Wachile
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa, Horsisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Waacillee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category