Tish Media

Tish Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tish Media, Grocers, U.S, Addis Ababa.

ጆኒ በዝራራ እንደሚያሸንፍ ነግሬያችሁ ነበር። ሴዶንም እንደተለመደው አምስት ኪሎ ሥጋ በልቶ ብሎኬትና ጃባና ይስበር! 😂
28/08/2026

ጆኒ በዝራራ እንደሚያሸንፍ ነግሬያችሁ ነበር። ሴዶንም እንደተለመደው አምስት ኪሎ ሥጋ በልቶ ብሎኬትና ጃባና ይስበር! 😂

●.Oduu Ammee.Kantiibaan magaalaa Amboo Haacaaluu Gammachuun  Kirilaansii barnootaa mana barnootaa bright Amboo irra ijoo...
28/08/2026

●.Oduu Ammee.Kantiibaan magaalaa Amboo Haacaaluu Gammachuun Kirilaansii barnootaa mana barnootaa bright Amboo irra ijoollee isaaf Baasuun dhagahame.
.Yeroof eessatti akka baduuf yaale Adda hin baanee .
●.Isa kanaaf Ummanni magaalaa Amboo namicha Jawwee kana jabeessaa eeggadhaa!
■.Dabalataan.👇
Biraanu Qalbeessan itti Gafaataama kireeshaara Haacaaluu Gammachuuti.Yakki Kadhaafi Jaarsummaan dhiifaamu hin jiru.Warri Hooggansa Bulchiinsa Magaalaa Amboo dhadhaanfi Dammi keessan baqeetu Badaa jira! Akka fiddanitti koottaa fudhadhaa jedhamaa jirtu!
●.Warra dhadhaa fi Damma baatanii fidan keessaa muraasa Tammiraat Mul'ataa fi Biraanuu Teessooti!👂
●.Inni Dhadhaa fi Damma baatee dhugaa ummata magaalaa irratti jaarssummaa deemu kamii?
●.Inni dhugaa ummata magaalaa Amboo irrati jarssuummaan itti ergamu eenyuu ?
✅️.Seenaa jalaas Seera jalaas hin baatan. kana beekaa!
Abiy Ahmed Ali
Shimelis Abdisa
Oromia Prosperity Party / OPP / OR
!

Kana booda bolokeettinis nagaa argattetti.🙄 Seeddoon akka hin moo'anne Sila tilmaameen ture. 🤷‍♂️
28/08/2026

Kana booda bolokeettinis nagaa argattetti.🙄 Seeddoon akka hin moo'anne Sila tilmaameen ture. 🤷‍♂️

Tish Media Akkamiin pheenxeen loolaaf maadrakii bana?  Ayi Kantiibaa keenya😂
27/08/2026

Tish Media

Akkamiin pheenxeen loolaaf maadrakii bana? Ayi Kantiibaa keenya😂

Hubadhaa👇Ammas Ani ilma Ganda tokko miti.Sabni Kun wagga waggadhan Qe’e isaa irratti qalamaa Jira wanti kun kutaa Oromiy...
20/08/2026

Hubadhaa👇
Ammas Ani ilma Ganda tokko miti.Sabni Kun wagga waggadhan Qe’e isaa irratti qalamaa Jira wanti kun kutaa Oromiyaa hunda keessatti raawwacha ture.Ammas Sa’ati Sabni Kun dhumaa jiru kanatti sammu kamin lafaa dhiittani sirbitu?
Osoo Ganda keessan keessatti ta’e hoo sirbitu laata?
Maaloo of ilaala. Mal na dhibdee of keessa haa baafnu🥲

Hub-inni har’a wallaggatti ta’a jiru kun Boru manati sif dhufa gaafa sana immo wal taazzabana✌️

19/08/2026

“Har'as Faannoon Giddaa Ayyaanaatti nama keenya lakkoofsa hin qabne fixxe. Sanuu uummati keenya utuu RIBn marfamee deemuuti warri sun uummata dhiisanii fiigan hanga ammaatti namni hangi ajjee*fame hin beekamne jedhame �
Kun hiriira Giddaa Ayyaanaa tti amma geggeeffamaa jiruudha.��

Waaqni haa duubbatuu kaa maali jennaree duguggaa Sanyiituu nurraatti labsaameKaleessa Angar Guutee har'a Giddaa Ayyaanaa...
19/08/2026

Waaqni haa duubbatuu kaa maali jennaree duguggaa Sanyiituu nurraatti labsaame

Kaleessa Angar Guutee har'a Giddaa Ayyaanaa💔 , Ummanni Keenya gidiraa guddaa arge, har'amoo bor fooyya'a atoo jennuu ittuma caalaa bule.
Uummanni kun yoomuma boqata laata? Waan jennus waan dubbannus dhabne.
Anaan uummata qulqulluu💔

AMBOO!Bitaanis Ta'u Mirgaanis Caasaan Hattoota magaalaa Amboo keessa digamun Dirqama!●.Tibba kana Hooggansi bulchiinsa m...
18/08/2026

AMBOO!
Bitaanis Ta'u Mirgaanis Caasaan Hattoota magaalaa Amboo keessa digamun Dirqama!
●.Tibba kana Hooggansi bulchiinsa magaalaa Amboo Balbala cufatanii Aangoo irratti wal fixaa jirti.
*seeraaf osoo Dhiyaachuu qabanii jaarsummaadhaan muudamaaf wal qooheessaa jiru.
*Ammas ummata magaalaa Amboo saamuuf wal ijaaraa jiru.
*Gareen Hattuu yoomillee Ambo keessaa hin buqqa'u.
*Jarreen kun ummata saamaa turan. Ammas Saamaa jiru.
*Gara fulduraattis saamuuf muudamaaf Qophaa'aa jiran.
*Namoota fulbaanarraa eegalaani magaalaa Amboo bulchuuf qoophaa'an Haacaaluu Gammachuun koree qindeessituuf piroppozaala qooheesse keessaa.
1 Tasfaayee Gosoomsaa-kantiibaa
2 Sanyii Taassisaa -I/A kantiibaa
3 Taabor Dabbabaa-I/G paartii badhaadhinaa
4 Baayisaa Huseen -I/G siyaasaa PB
5 Gammadaa Itichaa -Ijaarsa PB
*kana kan godhaniif icciitiin isaanii inni duraan ture akka gadi jalaa hin baaneefi.
Yoomillee taanaan gareen hattuu Ambo keessaa hin baddu dabaree dabareedhaan wal ijaaranii deemu.
*kanas kan godheef caasaan inni ijaaree akka itti fufuufi!
*Dhugaan ummata Amboo isin haa gaafatu.

Address

U.S
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tish Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category