Garee Shahaadaa

Garee Shahaadaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Garee Shahaadaa, Grocers, Addis Ababa.

Baga Nagaan Dhuftan Gara Garee Shahaadaa welcome to My Garee Shahaadaa
Hubachiisa Page Heeddun Maqaa Garee Shahaadaan Jiruu Garuu inni Dhugaan Kanadha Hordofaa Sher Wiliif Godhaa Jzk✅

11/09/2025
Halluu kana uffanna dhugaa  dubbanna
10/09/2025

Halluu kana uffanna dhugaa dubbanna

Dhaabbata Garee Shahaadaa!Dhaabbanni garee shahaadaa, dhaabbata ergaa Islaamaa kallatti gama   media irratti hojii boons...
10/09/2025

Dhaabbata Garee Shahaadaa!

Dhaabbanni garee shahaadaa, dhaabbata ergaa Islaamaa kallatti gama media irratti hojii boonsaa hojjachaa tureedha. Namoota kumaatamaan laakka'aman gara Islaamummaatti fideedha. Ogummaa fi gahuumsa gaarii qabu, muxannoo amansiisuus hedduu horatanii jiru. Haa ta'u malee amma hojii da'awaa Islaamaa lafa iratti eegaluudhaaf ulaagaalee barbaachisoo ta'an xumuranii jiran, akkasumas hayyama hojiis bakka beekamaa irraa argatanii jiran.

Guyyaa har'aa immoo, sagantaa hundeeffama dhaabbata kanaa, kutaa bulchiinsa magalaa shaggaritti, bakka olamaa'onni, daa'iwwanii fi warroonni majliisaa argamanitti raawwatanii jiran.

Akkasumas, Islaamaa HuD-HUD" hojii da'awaa gara Islaamummaatti waamicha taasisuudhaaf hayyama argatee jira. Nutis akka dhaabbata kanaatti. Garee shahaadaa wajjiin wal taanee, Ergaa Islaamummaa akka Islaamummaan itti nu ajajjetti geessuudhaaf qophiidha.

Kanaafuu, Hawaasni Islaamaa kallattii biyyoota addunyaa kamiinuu keessa jirtan, dhaabbata kanneen wajjiin dhaabbachuudhaan, da'awaan Islaamaa akka galma gahuuf, dirqamaa fi itti gaafatamummaa keessan bahachuu akka qabdan isiniif dhaama.

  Nama Seenaatu Har'aa Seenaa Hojjete "Ustaaz Sufiyaan Usmaan " Hundeeffama Sagantaa Garee Shahaadaa  Irratti argamuun Q...
10/09/2025


Nama Seenaatu Har'aa Seenaa Hojjete "Ustaaz Sufiyaan Usmaan " Hundeeffama Sagantaa Garee Shahaadaa Irratti argamuun Qarshii 100,000 dhaabbatichaaf Gumaachaani jiru.

Baga Rabbiin guyyaa kanaan isin gahee
Hundeeffama Milkiin boodan dhufu Rabbiin haa godhu.
Congratulations 🥰

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garee Shahaadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category