Abjuu dhugaa

Abjuu dhugaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abjuu dhugaa, Grocers, Ana odaa bultum, Addis Ababa.

Nama Gatii Jaalalaa ❤Beekuf Jaalalaatii Warqiidhaa🤪🤪 Koket Jaalalaa Ayyaantu Husseen Fîřôô Mäx
14/06/2026

Nama Gatii Jaalalaa ❤
Beekuf Jaalalaatii
Warqiidhaa🤪🤪



Koket Jaalalaa
Ayyaantu Husseen
Fîřôô Mäx

27/02/2026

Waliin Fiqiree Best – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 3f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

Abdallah ibnu abbas (r.a)Akkana ja'aaMilka'iini guddaan yerooRakkoodhaa obsuudha " ja'aKanaafu obsuun karaa ittiin Milka...
29/01/2026

Abdallah ibnu abbas (r.a)Akkana ja'aa
Milka'iini guddaan yeroo
Rakkoodhaa obsuudha " ja'a

Kanaafu obsuun karaa ittiin
Milka'an keessaa tokko tahuu
Isaati

Akkasumas huzeyfaa ibnu alyaman (r.a) akkana ja'a

"Obsaan walbaraa guyyaa rakkoof
Isiin fayyadaati :: ergamaa rabbii (s.a.w)
Wajjiin osoo jiru rakkoon akka nu
Mudatee isiin mudata ja'e gonkumaa
Hin yaadu.

Akkasuma abuu darda'a(r.a) akkana
Ja'ee

"Addunyaan tun namaaf hin liqiinfamtu::niiman ishiitis taan turtu
Mitii:: ...............

kaliid ibnu alwaliid(r.a) akkan ja'a

"Yaa maatii isalamaa! Obsii kabajaadha ::
Kufaatiin dadhabina milka'iinii kan argamuu obsaa wajjiini::

waan hunddaa keessati rabbin obsa nuufi haa kennuu

25/12/2025
01/11/2025

👉Miilli kee fayyaa🦵
👉Harki kee fayyaa🙌
👉Gurri kee fayyaa👂
Mee daqiiqaa 1f Rabbii kee galateffadhuu darbi🙏🥰

Address

Ana Odaa Bultum
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abjuu dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category