01/06/2026
Filannoon akka biyyaa keenyaatti Marsaa7ffaa Camsaa 24 Guyyaa har'aa geggeefamaa Jiru Bifa addaan karaa Nagaaf Tasggabbii qabuun kan Uumanni sagalee isaakennaa jiru ta'uuf Anis Ganama sa'a
11:00n Ba'ee dabareeqabdheen sagaleekoo Matiikoo Waliin keneen yeroon mana kootti galeera .Waaqayyoo Nagaa Biyyaa keenyaa ittifufaa haataasisu