Gaaddisa Didhaa Mul'isa

Gaaddisa Didhaa Mul'isa Egere

👉Cal jedhii waaqayyof in danda'ama jedhii darbi !!
13/10/2026

👉Cal jedhii waaqayyof in danda'ama jedhii darbi !!

05/10/2026

👉Kabaja ati odeessuutin argatuura
Kabaja callisuutiin argaatutu caala!

👉Lafuma jirtutti ibsaan       waaqayyoo sirratti haa ifu                       Ameeeeeeen jedhi🎤🎚️
02/10/2026

👉Lafuma jirtutti ibsaan
waaqayyoo sirratti haa ifu

Ameeeeeeen jedhi🎤🎚️

01/10/2026

👉Caaltee argammuu kan qabdu
Hiriyoota kee osoo hin tanee
👉Enyummaa kee isa kaleessaa ta'uu qaba!!

29/09/2026

👉Ulfaadhu ulfata kooo

👉Wangeeli jireenya jedhaa barreesaamy family 🥰🎚️🎤
27/09/2026

👉Wangeeli jireenya
jedhaa barreesaa
my family 🥰🎚️🎤

👉Wangeela yoon lallabuu dhaabaadhe👉Garuu anaaf wayyoo! 1Qar 9:16my family commenti jalaatiwangeela jedhaa👇👇👇👇
25/09/2026

👉Wangeela yoon lallabuu dhaabaadhe
👉Garuu anaaf wayyoo! 1Qar 9:16
my family commenti jalaati
wangeela jedhaa👇👇👇👇

👉Yaadan naf qabi
24/09/2026

👉Yaadan naf qabi

Jechoota Hayyoota Addunyaa***************************👇1.👉 Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadama...
23/09/2026

Jechoota Hayyoota Addunyaa
***************************👇
1.👉 Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias)
2.👉 sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i. (Jecha warra Ingilizii)
3.👉 Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir)
4. 👉Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha. (Maaksim Troobey)
5. 👉Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu.(William shekispir)

6.👉 Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru.(Jecha warra Morookoo)
7. 👉Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha.(Jecha warra Arabaa)
8.👉 Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha.(jecha warra chaayinaa)
9.👉 Daandii bakka yaadde si geessitu osuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin.(Jecha warra Ingilizii)
10.👉 Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha.Namni waan argachuu danda’u qofaa hawwummoo nama ogeessadha.(Jecha warra Aayilaandii)

11.👉 Namni dogoggorsasaa mul’isee himatu akka nama kosii manaa haruuti.(Maataammaa Gaandii)
12.👉 Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha.(Abirahaan Liinkan)
13.👉 Namoonni hammuma gammachuuf of qopheessan gammadu.(Abirahaam Liinkan) 14.👉 Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane,waanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna.(Rey Liiman Wiilber)
15.👉 Gammachuu fi sh*ttoon walfakkaatu.Osuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu.(Maaliif Waaltoo Imarsan)

16.👉 √ Maalaqni nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu. √ Maalaqni qoricha malee fayyaa hin bitu. √ Maalaqni hordoftoota malee hiriyaa hin bitu. √ Maalaqni Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu. (Heenriik Ibsan)
17.👉 Namoonni hedduun abdii fuula duraa qaban abjootanii yeroo gammachuu abdiidhaan eeggatu. Garuu guyyaan har’aa guyyaa hundumaarra guyyaa addaati. Sababnisaa guyyaan har’aa harka kee keessa seentee jirti.(Charles Koltan)
K/D irratti
Follow godhaa

  waaqayyoo boqonnaa lubbuutijedhaa commenti jalaatimy family🥰🥰🥰👇👇👇
21/09/2026

waaqayyoo boqonnaa lubbuuti
jedhaa commenti jalaati
my family🥰🥰🥰👇👇👇

Address

Ambo Wereda
Ambo
GS

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaaddisa Didhaa Mul'isa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category