Waldaa duuka bu'ootaa damee Bookee

Waldaa duuka bu'ootaa damee Bookee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa duuka bu'ootaa damee Bookee, Grocers, Bookee, Asebe Teferi.

18/06/2026

31/01/2026

#...

Maqaa Abbaa kan ilmaa kan Hafuura Qulqulluu Waaqayyo tokkoo Ameen.    BeeksisaUummata Kiristiyaanota Ortodoksii Aanaa Bo...
07/12/2025

Maqaa Abbaa kan ilmaa kan Hafuura Qulqulluu Waaqayyo tokkoo Ameen.
Beeksisa
Uummata Kiristiyaanota Ortodoksii Aanaa Bookee keessatti argamtan hundaaf
Kanaan dura akkuma beekamu bara 2013 irraa kaasee Waldaan duuka bu'ootaa hojii duuka bu'ummaa hedduu raawwachaa turuufi jiraachuun isaa nii beekama.
Keessattuu gurmiin tajaajiluufi Ayyaanota adda addaa irratti bifa gurmaa'een ayyaanota bareechaa ture.
Bara kanas tajaajilli kamuu kan itti fufee jiruufi hojiin Kiristaana tokkorraa eegamu hojjetamaa kan jiruudha.
Kanaaf Uummanni kiristiyaanaa Aanaa kana keessa jirtan gara Waldaa kanaatti siquudhaan miseensa ta'uudhaan akka waliin tajaajillu maqaa Waaqayyoon Waamicha isiniif dhiyeessina.

07/12/2025

#...

Koree Waldaa duuka bu'ootaa Hararge lixaa damee Bookee kan ta'eefi Tajaajilaa Kiristiyaanota Aanaa Bookee kan ta'e F/taa...
27/11/2025

Koree Waldaa duuka bu'ootaa Hararge lixaa damee Bookee kan ta'eefi Tajaajilaa Kiristiyaanota Aanaa Bookee kan ta'e F/taa Barsiisaa Galataa Jireenyaa Faaruu Haaraa dhaan dhufee jira Nagaan kottuAbbaa Faaruu kanaa kan ta'e maqaan Waaqayyoo haa ulfaatu.
Sanbata duraa galgala sa'a 2:00tti karaa Amoo tube argattu.
Liinkiin
https://www.youtube.com/-ww8bh

16/10/2025

Address

Bookee
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa duuka bu'ootaa damee Bookee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category