Laga basuullee

Laga basuullee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Laga basuullee, Grocers, Gurawa, Deder.

 !Magaalota Keenya Jijjiiruun; Ariitiin Gara Badhaadhinaatti! _______Paartiin Badhaadhinaa magaalota keenya giddu-galees...
01/05/2026

!
Magaalota Keenya Jijjiiruun; Ariitiin Gara Badhaadhinaatti!
_______
Paartiin Badhaadhinaa magaalota keenya giddu-galeessa badhaadhina fi guddinaa taasisuuf kutannoo guddaadhaan hojjechaa jira.Paartiin keenya,Magaalota magaalomsuun haala jireenyaa,dinagdee fi hawaasummaa ummata keenyaa bu’uura irraa kan jijjiiru fi ulfina lammiilee kan eegu ta'uu qaba jedhee amana.Diinagdee biyya kana bu'uura jabaa irra dhaabuuf rifoormii mandhalee Mootummaa jijjiiramaan taasifameen diinagdee damee hedduu ijaaruun dandaa'ameera.

Dameewwan diinagdee kana keessas xiyyeeffannoo Turizimiif kennamee hojjetameen injifannoon galmaa'e guddaadha.Bu'uuruma kanaan Bulchiinsi Magaalaa Dadar,Fayyadamummaa Dargaggootaa mirkaneessuuf fakkeenyummaa hojii inisheetivii MM Dr, Abiy Ahmed Ali hordofuun Gaara Paarkii Obbii irratti Pakeejii guutuu kan hammatee ijaaraa jira.

Mootummaan Ida’amuu, galmoota misoomaa magaalatarratti qabatee hojjachaa jiruun,magaalaan jireenyaaf mijatoo fi gahumsa badhaadhinaa akka ta’an,akkasumas hawwattummaafi miidhagina dabaluudhan lammiilee hundaaf iddoo jireenyaaf mijatoo akka ta'aniif roga maraan xiyyeeffannaa addaa kennee hojjachaa jira.

Ummanni magaalaa jireenya rakkinaafi gadadoo keessa ba’ee walitti dhufeenya gaarii ijaarrachuudhan akka jiraatu, darbees badhaadhina hunda galeessa keessatti hirmaannaa irraa eeggamu bahachuudhan hojileen misoomaa jalqabaman akka saffisan gahee irraa eeggamu bahachuurratti argamu. Kanaanis,milkaahinoota hedduu argamsiisuun danda’amee jira.

Keenya Badhaadhiina ✍️

09/02/2026

ውድ ኢትዮጵያዊያን

በዚህ ሳምንት ውዷ ሀገራችን በአፍሪካ ኅብረት ጉባኤ ለመታደም የሚመጡ እህት ወንድም አፍሪካዊያንን ለማስተናገድ ልቧን ከፍታ-እጆቿን ዘርግታ ትቀበላለች። እነዚህ ወዳጆቻችን የሰንደቃችንን ቀለማት የሚጋሩ፣ ኢትዮጵያን እንደነፃነት ቀንዲል የሚመለከቱ ብሎም ሀገራችን የአኅጉሩ የፖለቲካ ርዕይ የማዕዘን ድንጋይ አድርገው የሚያከብሩ ናቸው።

ኢትዮጵያ ወደር በሌለው እንግዳ ተቀባይነቷ ለምን ልትከበር እንደበቃች በአቀባበላችን እናሳያቸው። እንደቤታቸው እንዲሰማቸው እናድርግ። በክብር እንቀበላቸው። በፍቅር እናቆያቸው። ተደምረን ሰንደቃችን የሚወክለውን የአፍሪካ አንድነትን መንፈስ እና የሚያያይዘንን የወል ህልም እናክብር!

Jaaltamtoota Itoophiyaanotaaf,

Torbee kana biyyi keenya jaalatamtuun Afrikaanota obbolaa keenya Yaa'ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf dhufan keessumsiisuuf balbalashee bantee harkashee bal'iftee ni simatti. Hiriyoonni keenya kunneen haalluu alaabaa keenya kan qooddatan, Itoophiyaa akka mallattoo bilisummatti kan ilaalan, akkasumas biyya keenya akka dhagaa bu'uraa mul'ata siyaasaa ardichaatti kan kabajanidha.

Simannaa keenyaan Itoophiyaan simannaa keessumaashee gita hin qabneen maaliif kabajamuu akka dandeesse itti haa agarsiifnu. Akka waan manasaanii jiraniitti akka itti dhagahamuu haa taasifnu. Kabajaan haa simannu. Jaalalaan haa tursinu. Ida'amnee miira tokkummaa Afrikaa alaabaan keenya bakka bu'uufi kaayyoo waloo hunda keenya walittiqabu haa kabajnu!

To my fellow Ethiopians,

This week, our beloved homeland opens its arms to fellow Africans attending the AU meetings. These are friends who share the colors of our flag, who see Ethiopia as a beacon of freedom, and who regard our country as a cornerstone of political vision for the continent.

Let’s show them why Ethiopia is known for its unmatched hospitality. Let’s make them feel at home, greet them with respect, and embrace them with love. Together, let’s honor the spirit of African unity that our flag represents and the shared dreams that connect us all.

09/02/2026

Address

Gurawa
Deder

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Laga basuullee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category