Manche Fans

Manche Fans Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Manche Fans, Grocers, Oromiya, Dembi Dolo.

My goatCr7 ๐Ÿ”ด
31/07/2026

My goat
Cr7 ๐Ÿ”ด

Dhugaa nama hin amansiifne waa'ee taphataa sarara gidduu Maanchistar Yunaayitid Koobee Mainno ๐Ÿฅน๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅTapha marsaa lammaffaa ...
17/07/2026

Dhugaa nama hin amansiifne waa'ee taphataa sarara gidduu Maanchistar Yunaayitid Koobee Mainno ๐Ÿฅน๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ

Tapha marsaa lammaffaa dura yeroo Deeklaan Raayis rakkachuu jalqabee Koobee Mainnon sarara gidduu gidduu irratti Anderson waliin iddoo shaakalaatti gahumsa gaarii agarsiisaa ture.

Mainnon tapha itti aanu irratti jalqabuuf filannoo guddaa ta'ee fudhatamus, leenjisaan Toomaas Tuucheel waan taphatichi dirree shaakala irratti agarsiiseeti hin gammadne ture.

Kana malees, Mainnon tapha hunda irratti taphataa hunda booda istaadiyeemii gadhiise tahuun tahee record qabatee ๐Ÿ˜”๐Ÿ˜ค๐ŸŽง๐Ÿšถ โ™‚๏ธ(Daily Manche/ MancheFans)

06/07/2026

Dandeettii addunyaan dinqisiifattu, garuu booyicha milkii dhabuu! ๐Ÿ’”๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท
โ€‹Imimmaan Neymar Jr. dirree irratti dhangalaasu kun gadda nama hundaati. Goota dandeettii dhugaatiin tapha miidhagsu, kan yeroo hunda onnee isaa guutuu biyya isaatiif kennu. Inni dandeettii dhuunfaa morkataa hin qabne qabaatus, milkichi yeroo dhowwatu imimmaan kun ni dhufe.
โ€‹Gidduu kanaan injifannoo argachuu baatus, dandeettii fi seenaan inni kubbaa miilaa keessatti hojjete yoomiyyuu hin badu. Kubbaan miilaa yeroo tokko tokko akkasuma; dandeettii kee hunda gadi dhangalaastee odoo jirtu carraan sitti garagaltee si boossifti. Ati ammas goota onnee keenya keessa jiru dha, Neymar! ๐Ÿ‘‘โœจ "

Har'a dhimmi nama dhibu tokko EPL'n baasee jira. Tapha Arsenal fi Manchester United gidduutti godhame, isa Yuunaayitiid ...
11/06/2026

Har'a dhimmi nama dhibu tokko EPL'n baasee jira. Tapha Arsenal fi Manchester United gidduutti godhame, isa Yuunaayitiid 3:2n injifatte sana, "Best Game of the Season" jedhee labse!

Mee dhimma kana xiqqoo haa qorannu:

Dirruma isaanii irratti: Tapha kanaan Arsenal dirree isaa (Emirates) irratti harka kennate.

Goolii sadii guutuu: Barana Manchester United qofatu goolii 3 itti galchee isaan 'humble' godhe (isaan cabse).

Mo'ataa Liigichaa? Eeyyee, Arsenal barana waancaa fudhatus, taphni isaan itti qaaneffaman (salphatan), kan Yuunaayitiid afaan qabachiisee sun garuu tapha barichaa tokkoffaa ta'ee madaalameera! ๐Ÿ˜„๐Ÿ‘Œ

Arsenal waancaa haa fudhatu malee, taphni isaan irratti humble ta'an irra caalaa attention argatee jiraa! ๐ŸŽ‰๐Ÿคฃ

11/06/2026
Gabriel mangasha๐Ÿคช
07/06/2026

Gabriel mangasha๐Ÿคช

๐Ÿ”ดHow many of them Should stand up for EL magnifico?๐Ÿค”โšช๐Ÿ”ด
29/05/2026

๐Ÿ”ดHow many of them Should stand up for EL magnifico?๐Ÿค”โšช๐Ÿ”ด

26/05/2026

Manchester united
fans ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
follow this page

17/05/2026

๐Ÿ‘‹๐Ÿผ๐Ÿ˜ ๐Œ๐€๐ ๐”๐๐ˆ๐“๐„๐ƒ ๐’๐€๐˜ ๐†๐Ž๐Ž๐ƒ๐๐˜๐„ ๐“๐Ž ๐Ž๐‹๐ƒ ๐“๐‘๐€๐…๐…๐Ž๐‘๐ƒ ๐–๐ˆ๐“๐‡ ๐€๐๐Ž๐“๐‡๐„๐‘ ๐–๐ˆ๐ ๐”๐๐ƒ๐„๐‘ ๐‚๐€๐‘๐‘๐ˆ๐‚๐Š! โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ๐ŸŸ๏ธ

Next stop: ๐‚๐ก๐š๐ฆ๐ฉ๐ข๐จ๐ง๐ฌ ๐‹๐ž๐š๐ ๐ฎ๐ž ๐Ÿ๐จ๐จ๐ญ๐›๐š๐ฅ๐ฅ. ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡บ

Address

Oromiya
Dembi Dolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Manche Fans posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category