03/03/2026
Guyyaa 24/06/ 2018
Magaalaa Dambi Doolloo
Godina Qellem Wallaggaa magaalaa Dambi Doollootti guyyaa har'aa ganama kanarraa eegaluun sirni ifoomsuu Maanifeestoo fi Mallattoo Paartii Badhaadhinaa Filannoo marsaa 7ffaa geggeeffamaa jira.