Akekan Mulatu

Akekan Mulatu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Akekan Mulatu, Grocers, Hinbeku, Dembi Dolo.

13/12/2025
jalqabarratti baga gammaddan itti aansuun Afaan oromoo raadiyoo cabsa jedhamuu keessaa ba'ee har'a stage adda addaa irra...
30/11/2025

jalqabarratti baga gammaddan
itti aansuun Afaan oromoo raadiyoo cabsa jedhamuu keessaa ba'ee har'a stage adda addaa irratti waan guddaa hojjechaa jira kanaafuu mo'uuf mo'atamuun waan jiruudha.

mo'ichi keessan inni guddaan garuu Addugnaatti akkasitti mul'attanii stage irraa dhaabbattanii dubbachuun mo'icha guddaadha.

garuu oromookoo yeroo wanti akkasii uumamu Aadaa walbira dhaabbachuu haa godhannu qunceen wal gargaartee arba hiiti horaa bulaa diinaaf yaaddoo ta'aa lammiif da'oo ta'aa

Address

Hinbeku
Dembi Dolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Akekan Mulatu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category