Afran Qalloo

Afran Qalloo Fugug lafa seenaa lafa handhuura qabsoo fi beektootati
Afraan qalloo

Baqa wannii kheenya waanuma kheenyanamni kheenyas namuma kheenyakhalas
10/03/2026

Baqa wannii kheenya waanuma kheenya
namni kheenyas namuma kheenya
khalas

Gootitti Afraan qallootiAddee miskii mohammaad Hedduu sii jaalanna
10/03/2026

Gootitti Afraan qallooti
Addee miskii mohammaad Hedduu sii jaalanna

Biyyaa ofii jaalachuun kuno Akkanaani Innii biyyaafi Uumata isaatif Hojacha jira khalas Abbichuun Jachaa ittiin ibsamu o...
10/03/2026

Biyyaa ofii jaalachuun kuno Akkanaani
Innii biyyaafi Uumata isaatif Hojacha jira
khalas Abbichuun Jachaa ittiin ibsamu ool tahe jira

With Anas Mohammed Idris – I just got recognised as one of their top fans! 🎉
19/12/2025

With Anas Mohammed Idris – I just got recognised as one of their top fans! 🎉

🎉 Facebook recognised me as a top rising creator this week!
19/12/2025

🎉 Facebook recognised me as a top rising creator this week!

Jimaan nuf Dhimma Hunda Isiniitu hafaa malee JIMAAN kheenya nurra hin hafu
08/12/2025

Jimaan nuf Dhimma Hunda
Isiniitu hafaa malee JIMAAN kheenya nurra hin hafu

Jimaan kheenya Harameeysura Firummaan teessaan Haramayuutu irraa nuf caala Sababbni jimaan nuf Dhimma wan taheef
08/12/2025

Jimaan kheenya Harameeysura
Firummaan teessaan Haramayuutu irraa nuf caala
Sababbni jimaan nuf Dhimma wan taheef

02/07/2024
March 3 wal biraa hafuun hin tahu Hundumtu haa hirmaatun dhaamsa keenya
29/02/2024

March 3 wal biraa hafuun hin tahu
Hundumtu haa hirmaatun dhaamsa keenya

16/02/2024

Kitaabni HIIGAA kitaaba guddaadha!!
Kanaaf namni guddaanis irratti argamee eebbisa!!
Dirree mootii magaalota gammoojjii!!
HIIGAA'n Ni eebbifama, Ni dubbifamas!!
Isinis irratti argamuuf qophaayaa!!

Dafqaan isaatin kan bulu Aabboo kheenyati baane
31/07/2023

Dafqaan isaatin kan bulu Aabboo kheenyati baane

Address

Dire Dawa

Telephone

+251915298039

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Afran Qalloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share