Ibsah Murti Guuto

Ibsah Murti Guuto Fugug lafa seenaa lafa handhuura qabsoo fi beektootati
Afraan qalloo

Gaafii tiyya Waan ofiif dadhaban Lammii ittii gaafatan wan tahefYaa Sabaa me dubbii tana ittii Haa yaadnu 1) Obbaleeyyan...
08/06/2026

Gaafii tiyya Waan ofiif dadhaban Lammii ittii gaafatan wan tahef
Yaa Sabaa me dubbii tana ittii Haa yaadnu

1) Obbaleeyyan wal hin Ajeessin jaa'eti Akka obbaleeyan wal hin Ajeefneef Humnaafi Bekkoomsa qabuun Xiqaafi Guddaa Dhiiraafi dhalaa Abboofi Ayyoo Firaafi Alagaas, Akka Obbaleeyyan Araramanif Waan waliin dhabaan male waan irrati wal dhabaan wan hin qabneef Tan waliin Aarkatan Akkaa waliin jabeeyfataniif Tan walin dhabaan Ammo Akkaa walumaan Barbaadani Arkataniif yaroofi Bekkoomsa fi dhageeyti qabu hundan sabaaf lammiif hojata

2) Obbaleeyyan Akka wal Ajeessanif Jaa'eti Akka wal Saamaniif Akka Obbaleeyyan wal hin taanef Bekkoomsa fi dhageeytii qabuun Xiqaafi Guddaa Dhiiraafi dhalaa Abboofi Aayyoo Firaafi Alagas,
Akka Obbaleeyyan Waliti Araramani wan waliin dhabaan akka daranu dhabaniif Akka obbaleeyan Injifannoo waliin Aarkatan Tokkummaan Akka hin Tikfanneef Akkaa Obbaleeyyan wan waliin Arkatan irrati wal Ajeesani dhiigaa wali qisaasanif
Beekkoomsaafi dhageeytii qabuun Sabarrati Lammii Ofiraati Hoojata
🙏🙏🙏 Tana kuno Gaafiin tiyyaa
Gaafii 2faa
1 ) Nuti ho warraa kam bira jirra????
2) Oromoodhaf Yaroo Ammaa khamtu barbaachisaaf ???
Sabboona Jaal Obsaa Jaarraa Araarsaa Raabaa Doorii Caayaa Abbaa Gadaa

Ibsah Murtii Guutoo magaalaa Harawaaca irrahi

08/06/2026
08/06/2026

GQDO ANNOUNCEMENT
======//======
Global Diaspora Support Forum for Ethiopia's 7th National Election
Theme:
Supporting Democratic Progress, National Unity, and Sustainable Development in Ethiopia

📅 Date: Sunday, June 7, 2026
🕖 Time: 7:00 PM (Eastern Time) | 5:00 PM (Mountain Time)
📍 Location: Zoom Meeting

Purpose of the Forum:
Celebrate the successful and peaceful completion of Ethiopia's 7th National Election.
Recognize the contributions of citizens, institutions, and stakeholders.
Strengthen Diaspora engagement in nation-building and development.
Promote dialogue on unity, peace, democracy, and sustainable economic growth.
Guest Speakers
Distinguished guests and keynote speakers will be announced shortly.

"Silencing the Gun Among Brothers"

Gamtaa Qeerroo Dargaggoota Oromoo (GQDO)
●Global Unity ● Democracy ●Peace ●Development.
# The zoomlink will be posted.

Gootittii Teenya
07/06/2026

Gootittii Teenya

Baqa wannii kheenya waanuma kheenyanamni kheenyas namuma kheenyakhalas
10/03/2026

Baqa wannii kheenya waanuma kheenya
namni kheenyas namuma kheenya
khalas

Gootitti Afraan qallootiAddee miskii mohammaad Hedduu sii jaalanna
10/03/2026

Gootitti Afraan qallooti
Addee miskii mohammaad Hedduu sii jaalanna

Biyyaa ofii jaalachuun kuno Akkanaani Innii biyyaafi Uumata isaatif Hojacha jira khalas Abbichuun Jachaa ittiin ibsamu o...
10/03/2026

Biyyaa ofii jaalachuun kuno Akkanaani
Innii biyyaafi Uumata isaatif Hojacha jira
khalas Abbichuun Jachaa ittiin ibsamu ool tahe jira

Address

Dire Dawa

Telephone

+251915298039

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibsah Murti Guuto posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share