Obsa mohammed

Obsa mohammed Oromoo

30/08/2026

Abbaan🧓 .kee
Haatii🤰 .tee
Obboleeyaan👬 .𝙺𝚎𝚎
Nagaan 2019tti siif haa darban🤲✍️🙏

Namaa rabbin waa hunda wallin kaanef qulqqullu kiyya mattan naf bulli
16/08/2026

Namaa rabbin waa hunda wallin kaanef qulqqullu kiyya mattan naf bulli

 Dargaggoon Utubaa BiyyaattiiDargaggoon Anniisaa JijjiiramaatiJaalalti Biyyaa Waa Hunda Oli //___________//________//___...
08/08/2026


Dargaggoon Utubaa Biyyaattii
Dargaggoon Anniisaa Jijjiiramaati
Jaalalti Biyyaa Waa Hunda Oli
//___________//________//_______//
Harargee Aanaa Qarsaa Ganda Bululoo nagayatti haatii ilmaa isi biyyaaf ofi isitiin harka qabde fide kennite jirtii!!!!

 🌱Biqiltuu har'aa dhaabuun jireenya borii eeguudha.Ashaaraan Magariisaa qilleensa qulqulluu, eegumsa naannoo, ittisa jij...
02/08/2026

🌱

Biqiltuu har'aa dhaabuun jireenya borii eeguudha.

Ashaaraan Magariisaa qilleensa qulqulluu, eegumsa naannoo, ittisa jijjiirama qilleensaa fi dhaala magariisaa dhaloota dhufuuf uumu keessatti gahee olaanaa qaba.

God. H/bahaa Aanaa Qarsaa.gandaa balaa langeyitti
Ashaaraa magariisaa guyyaa boruu eegalamuuf qophiin barbaachisu hundi godhameera.

Gaafa harka qabnuun qabnee wal harkifnu,Wal tinnisuu malee tasuma wal hin kuffifnu,Jireenya qilee keessatti tasa wal hin...
02/08/2026

Gaafa harka qabnuun qabnee wal harkifnu,
Wal tinnisuu malee tasuma wal hin kuffifnu,
Jireenya qilee keessatti tasa wal hin dhiifnu,
Hanga waliin baanuu wal lakkifnee hin ciifnu.

‘Bakka hiriyaan tee kuftetti ka’i’ nuun jechaa,
Akka waan eeybaa godhuun abaarsa xiichaa,
Nu guddisan hiriyuma kufaatii waliif hawwaa,
Sakaallee wal gaadine wal hambifne duwwaa.

Hiriyaan dhugaa, michoomni waahelli haqaa,
Kan wal gargaaree wal baasu qilee handaqaa,
Yaada, humnaa fi beekkomsaan inni tola oolu,
Akka hunda keessatti dhaloonni ka waliif tolu.

======kanuma

13/07/2026

Gowwaan mana taaziyaa taa'eeti waa'ee kubbaa hasawa

13/04/2026

666
Kan warri ka'an amantii jedhee itti amanu nutti muslimnii oll garagalchinee packejii ittiin bitaana.999

21/03/2026

Dhugaa rabbii an duraan gammaduuhuu wallaaleetiin jiraan sehe. Edaa waanuma na gammachiisuun dhabe malee gammaduu niin beeka! Arra gammachuu akka guddittii akka buqqee takkaan qaba. Fuulli kiyya kun cufti gammachuudhaan jeeqamee jira. 😝🤗

20/03/2026

Eid Mubarak taqaabalaalayu mina womin k*m worra baranaa kan bara hedduu nuu tasisuu ramadana keenyaa rabii nuura qeebaluu

baga eidaa geessan

Bara 2018 Filannoo marsaa 7ffaaSagaleen keenya tokkichi biyya keenyaaf 1ffaaFilannoon biyyaaf dimookraasii isa hangafaaL...
13/03/2026

Bara 2018 Filannoo marsaa 7ffaa
Sagaleen keenya tokkichi biyya keenyaaf 1ffaa
Filannoon biyyaaf dimookraasii isa hangafaa
Lammiin Jabaadhaa galmaahaa hin jiruu lammiin 2ffaa
Biyya takka qabnaa hin qabnuu biyya 2ffaa
Kanaafuu filannoon filachuu qofa.

Address

Dire
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category