Mosisa Ziyad

Mosisa Ziyad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mosisa Ziyad, Grocers, Dire Dawa.

Simbirroon damee mukaa irra teessu
dameen jalaa cabuu gonkumaa hin sodaattu sababni isaas abdiin isii damee irratti osoo hin taane baallee isii irratti waan ta'ef

Simbirroon damee mukaa irra  teessu dameen jalaa cabuu gonkumaa hin sodaattu sababni isaas abdiin isii damee irratti oso...
04/07/2025

Simbirroon damee mukaa irra teessu
dameen jalaa cabuu gonkumaa hin sodaattu sababni isaas abdiin isii damee irratti osoo hin taane baallee isii irratti waan ta'eef.

28/06/2025

Namni wallaalaa siin jedheef, wallaalaa hin taatu, beekaa siin jedheefis beekaa hin taatu. Jechi namoonni namaan jedhan amma yaada isaaniiti,

ammuma yaadan sana ga'u(dubbatus). Beekaas wallaalaas kan si godhu sammuu keetti fayyadamuuf dhiisuukee qofa. Jaalattes jibbites beekaas wallaalaas ta'i namni waan sin jedhu hin dhabu. Haasaa namaa dhiisii sammuu keetti fayyadamii🫡👍

28/06/2025
28/06/2025

Atuu Kitaaba

Kitaabni addunyaa kanarratti dubbifame fi qoratamee bira hin ga'aamne nama.Namni uumama raajii fi humna addaa qabuudha. Kanaafuu, ofii kee kitaaba keessa barbaaddee of hin argatu.

Ati of keessa baddee jirta of barbaadi,of dubbisi. Ogummaan jalqabaa of beekuudha.

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mosisa Ziyad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category