Tokumaa walif

Tokumaa walif Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tokumaa walif, Grocers, Gelemso.

Dargagoota badhadhinaa Bulchisa magalaa GalamsootiKan qabsooynef badhadhinaafi,kan tikfannus badhadhina fi sirna jabaa i...
29/04/2026

Dargagoota badhadhinaa Bulchisa magalaa Galamsooti
Kan qabsooynef badhadhinaafi,kan tikfannus badhadhina fi sirna jabaa ijarachuufi.

🛑  !Guyyaa  salaasaa Galgala Arbaa Qorannoo Baatii Ramadaanaa gaggeessuuf hayyoonni Su'udii Arabiyaa 🇸🇦 qoppii xumuranii...
16/02/2026

🛑 !
Guyyaa salaasaa Galgala Arbaa Qorannoo Baatii Ramadaanaa gaggeessuuf hayyoonni Su'udii Arabiyaa 🇸🇦 qoppii xumuranii jiran.

Ji’a Ramadaanaa 1447 Salaasaa galgala 29 Sha’ban 1447 Gurraandhala 17 bara 2026 Qorannoon Ji'a Ramadaanaa Ni gaggeeffama ja'amee jira
Inside the Haramain

Rabbiin Galmee warra baatii Ramadaanaa Soomanuu Keessatti Nuhaa Galmeessu🤲❣️🤲
Warra fayyaan gammachuun Ji'a Ramadaanaa gahee Soomanee Irraa milkaawe Nuhaa Taasisu🤲❣️🤲

!!!

𝗦𝗔𝗠𝗠𝗨𝗨𝗡 𝗖𝗜𝗠𝗔𝗔 𝗧𝗔'𝗨𝗙➡️Yeroo kophaa kee jirtu hin sodaatin.➡️Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.➡️Addunyaan liqii sitti h...
10/01/2026

𝗦𝗔𝗠𝗠𝗨𝗨𝗡 𝗖𝗜𝗠𝗔𝗔 𝗧𝗔'𝗨𝗙
➡️Yeroo kophaa kee jirtu hin sodaatin.
➡️Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
➡️Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
➡️Bu'aa hatattamaa hin eegin.
➡️Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin.
➡️Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
➡️Itti gaafatamummaa irraattii hin qaanfatiin.
➡️Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in.
➡️Milkaa'ina namoota birootti hin aarin.
➡️Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin
➡️Yeroo kee ofitti gaddun hin gubin.Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna kee hin qisaasin

Address

Gelemso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tokumaa walif posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category