Ade olika mengesha

Ade olika mengesha Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ade olika mengesha, Grocers, Ethiopian, Gidami.

 ÷10-1810 Namni hundinuu adduma addaanjireenya isatti hadhaa'uofii isaatii in beeka,gammachuu jireenya isaatti argatusor...
01/10/2025

÷10-18
10 Namni hundinuu adduma addaan
jireenya isatti hadhaa'u
ofii isaatii in beeka,
gammachuu jireenya isaatti argatus
ormi biraan hin hirmaatu.
11 Manni jal'ootaa in jiga,
godoon qajeelotaa garuu in eebbifama*.
12 Karaan qajeelaa namatti fakkaatu jira,
dhumni isaa garuu karaa du'aa ti*;
13 kolfa keessa iyyuu garaan in gadda,
dhumni gammachuus boo'icha.
14 Namni garagaggalaan gatii hojii isaa isa hamaa,
namni gaariin garuu
gatii hojii isaa isa gaarii in argata.
15 Namni wallaalaan dubbii hundumaa amana,
namni hubataan garuu
lafa dhaqu in ilaallata;
16 namni ogeessi wanta hamaa in sodaata,
irraas in deebi'a;
namni gowwaan garuu ija in jabaata,
ofis in amanata.
17 Namni dafee aaru
waan hojjetu hin beeku,
namni hubataan garuu in obsa*;
18 wallaalaan gowwuma in dhaala,
hubataan garuu beekumaan in gonfama;

16/07/2025

Waaqayyoo gaariidha garummaan isaas bara baraan jiraata

God
26/06/2025

God

Kan humnaa nu caalee hundinuu hamma gooftaan nu dhufuuti!!!! hunduu harkaa isaa jechuudha.
21/06/2025

Kan humnaa nu caalee hundinuu hamma gooftaan nu dhufuuti!!!! hunduu harkaa isaa jechuudha.

Address

Ethiopian
Gidami

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ade olika mengesha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category