Karaaf dhugaan yesuusidha

  • Home
  • Karaaf dhugaan yesuusidha

Karaaf dhugaan yesuusidha Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Karaaf dhugaan yesuusidha, Grocers, Biyya waaqarra, .

27/07/2025

Faarffannaa kana dhageeffadheen quufu dadhabe dhugaa
Maalo share godhaa
Page kana follow godha Karaaf dhugaan yesuusidha

26/07/2025

warri pheenxoxa yesuus gooftadha jedha barreessaame.

Eebba   Faarfannaaa      fi   ishee maraaf✝️✝️✝️Nagaan Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu!Jaalala guddaa goota Wang...
19/07/2025

Eebba Faarfannaaa

fi ishee maraaf
✝️✝️✝️
Nagaan Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu!
Jaalala guddaa goota Wangeelaa isa jiraatee jireenya dhalootatti agarsiise, agarsiisaa jirtaniif, Waaqayyo isin haa eebbisu!

Maarre warri Leeqaas eebba faarfannaa 6ffaa Waldaa Makaana Yesus Naqamteetti geggeessuuf waamicha gochaa jiru!
Kanaaf wal argaan Adoolessa 13/2017 sa'a 7:30 irratti W. W. W. M. Y. Naqamteetti haa taatu.

Akka keenya Waldaa Muluwangeel taane, bakka akka hin dhabneef yeroodhaan bakka qabadhaa!
Nutis isin gidduitti ni argamna!
Eebba eebba caalu argadhaa!

Address

Biyya Waaqarra

Telephone

+251917983880

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Karaaf dhugaan yesuusidha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Food & Beverage Service?

Share