19/05/2026
gaafaa yeroo kee kabajje wantoota hujji kee bareechan hojjatte Badhaasaa akkana argaatta Alhamduliilaah galataa rabbii rabbi na gargaree carra koo godhee na ijjifachiisee alh kana qofaa miti medaliyaa addunyaa rabbi gargarisfanee fuudhuu teenya inshaa allah