Filamaa Safwaan

Filamaa Safwaan القرءان حيا تنا الإسلام ديننا
SAMMUUN HEGEREEF YAADDU GAMMACHUU YAROOTIIF BAKKA HIN QABDU!!

قال حسن البصرى;Hasan Albasri akkan jedhe لو شاء الله عز وجل لجعلكم أغنياء لا فقير فيكم،Allah oso fedhe cufa(hunda) kessa...
30/06/2023

قال حسن البصرى;
Hasan Albasri akkan jedhe

لو شاء الله عز وجل لجعلكم أغنياء لا فقير فيكم،
Allah oso fedhe cufa(hunda) kessan duressa godhu sila nitaasisa hiyyessi tokkolle isn kessatti hin argamu

ولو شاءالله لجعلكم فقراء ولا غني فيكم
Akkasumas oso fedhe hunda kesssan hiyyeessa godhu silaa nigodha duressi tokkolle isn kessatti hin argamu

،ولكن إبتلى بعضكم ببعض لينظر كيف تعملون.
Akkana hajennu male rabbiin garii kessan garii dhan mokkore jira sabani isa akka laaluuf waan isn dagdan jiruu addunya tan kessatti .

❓  MUL'ANNI MAALI❓✔️ Ilaalcha gaarii qabaachuu dha.✔️ Xiyyeeffannoo qabaachuu dha.✔️ Murteessanii kutannoodhaan adeemuu ...
23/06/2023

❓ MUL'ANNI MAALI❓
✔️ Ilaalcha gaarii qabaachuu dha.
✔️ Xiyyeeffannoo qabaachuu dha.
✔️ Murteessanii kutannoodhaan adeemuu dha.
✔️ Bakka yookiin iddoo har'a jiran irra dhaabatanii lafa boru gahuu qaban arguu dha.
━━━━━⊱✿⊰━━━━━
Hub.
👉 Namoonni tokko tokko waan hin barbaachifne mul'ata kooti jedhanii adeemsa isaanii itti fufu.
👉 Adeemsi inni sirrii fi guddinaaf galma qajeelaan isa kami jedhanii itti yaaduun barbaachisaa dha.

👉 Kophaa kee hin fiigin!
Namoota dandeettii adda addaa qaban walitti fiduun mul'ata kee ijaari!

20/06/2023

🌆🌃𝙅𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙝𝙖𝙣𝙜𝙖 𝙖𝙢𝙢𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙖𝙖 𝙩𝙪𝙧𝙩𝙚 𝙮𝙖𝙖𝙙𝙖𝙙𝙝𝙪!
🎇𝙆𝙪𝙣𝙞𝙨 𝙟𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙞𝙨𝙖 𝙗𝙤𝙧𝙞𝙞 𝙨𝙞𝙧𝙧𝙚𝙚𝙨𝙨𝙪𝙪𝙛 𝙠𝙖𝙧𝙖𝙖 𝙨𝙞 𝙗𝙪𝙪𝙨𝙖.

❓𝙐𝙢𝙪𝙧𝙞𝙞 𝙠𝙚𝙚 𝙗𝙖𝙖𝙮'𝙚𝙚 𝙢𝙖𝙖𝙡 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙙𝙖𝙗𝙖𝙧𝙨𝙞𝙩𝙚𝙚
❓𝙒𝙖𝙣𝙩𝙖 𝙟𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙞𝙟𝙖𝙖𝙧𝙪𝙪
❓𝙈𝙪𝙡'𝙖𝙩𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙜𝙪𝙙𝙙𝙞𝙨𝙪𝙪𝙙𝙝𝙖𝙖
❓𝘽𝙖𝙧𝙣𝙤𝙤𝙩𝙖𝙖
❓𝙐𝙩𝙪𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙠𝙖𝙧𝙤𝙤𝙧𝙨𝙞𝙣 𝙅𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙚𝙚

⏰ 𝘼𝙈𝙈𝘼𝙎 𝙔𝙀𝙍𝙊𝙊𝙉 𝙅𝙄𝙍𝘼.
𝙉𝙖𝙢𝙤𝙤𝙣𝙣𝙞 𝙗𝙖𝙖𝙮'𝙚𝙚𝙣, "𝘼𝙣𝙞 𝙬𝙖𝙜𝙜𝙖𝙖 𝙝𝙖𝙣𝙜𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙙𝙝𝙚, 𝙗𝙖𝙧𝙖 𝙨𝙖𝙣𝙖 𝙣𝙖𝙣 𝙮𝙖𝙖𝙙𝙖𝙙𝙝𝙖! 𝙒𝙖𝙖𝙣 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙩𝙪 𝙩𝙪𝙧𝙚,..." 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪.
"𝘽𝙖𝙧𝙖 𝙨𝙖𝙣𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙢𝙖𝙖𝙡 𝙝𝙤𝙟𝙟𝙖𝙩𝙩𝙚?
𝙈𝙖𝙖𝙡 𝙝𝙤𝙟𝙟𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙩𝙪 𝙨𝙞𝙧𝙧𝙖 𝙩𝙪𝙧𝙚𝙚?"
𝙟𝙚𝙩𝙩𝙚𝙚 𝙮𝙤𝙤 𝙜𝙖𝙖𝙛𝙖𝙩𝙩𝙚 𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙗𝙖𝙖𝙮'𝙚𝙚 𝙨𝙞𝙞𝙛 𝙠𝙖𝙖𝙨𝙪.

👉 𝘼𝙢𝙢𝙪𝙢𝙖 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙜𝙪𝙮𝙮𝙤𝙤𝙣𝙣𝙞 𝙡𝙖𝙠𝙠𝙖𝙖'𝙖𝙢𝙖𝙖 𝙟𝙞𝙧𝙪.
👉 𝙅𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙞 𝙠𝙚𝙚 𝙝𝙤𝙤?
👉 𝙂𝙪𝙮𝙮𝙤𝙤𝙩𝙖 𝙙𝙖𝙧𝙗𝙖𝙣 𝙞𝙧𝙧𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙘𝙖𝙖𝙡𝙩𝙖𝙖?
👉 𝙄𝙨𝙖 𝙠𝙖𝙡𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝙘𝙖𝙖𝙡𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙝𝙤𝙟𝙟𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙛 𝙠𝙖𝙧𝙤𝙤𝙧𝙨𝙞𝙩𝙚𝙚 𝙟𝙞𝙧𝙩𝙖𝙖?

𝙒𝙖𝙖𝙣 𝙜𝙪𝙙𝙙𝙖𝙖 𝙝𝙤𝙟𝙟𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙛 𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙭𝙞𝙦𝙦𝙤𝙤 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖 𝙟𝙖𝙡𝙦𝙖𝙗𝙖𝙢𝙖.

1️⃣ 𝙒𝙖𝙣𝙩𝙖 𝙝𝙤𝙟𝙟𝙖𝙩𝙩𝙪𝙪𝙛 𝙛𝙚𝙙𝙝𝙖 𝙜𝙪𝙪𝙩𝙪𝙪 𝙦𝙖𝙗𝙖𝙖𝙙𝙝𝙪!
𝙆𝙖𝙧𝙤𝙤𝙧𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙗𝙖𝙠𝙠𝙖𝙖𝙣 𝙜𝙖𝙝𝙪𝙪𝙛, 𝙙𝙝𝙖𝙖𝙗𝙪𝙪𝙙𝙝𝙖𝙖𝙛𝙞𝙨 𝙛𝙚𝙙𝙝𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙖𝙖'𝙖.

2️⃣ 𝙅𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖 𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙩𝙩𝙞 𝘼𝙗𝙙𝙞𝙞 𝙦𝙖𝙗𝙖𝙖𝙙𝙝𝙪!
✔️ 𝙉𝙖𝙢𝙣𝙞 𝘼𝙗𝙙𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙖𝙣 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙖.
✔️ 𝘼𝙗𝙙𝙞𝙞 𝙮𝙤𝙤 𝙦𝙖𝙗𝙖𝙖𝙩𝙩𝙚 𝙝𝙖𝙢𝙢𝙖𝙢 𝙮𝙤𝙤 𝙢𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙢𝙩𝙚 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙖𝙗𝙙𝙞𝙘𝙝𝙖𝙖𝙛 𝙟𝙚𝙩𝙩𝙚𝙚 𝙟𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙣𝙞 𝙚𝙚𝙜𝙜𝙖𝙩𝙩𝙖. 𝙟𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙞𝙘𝙝𝙖𝙩𝙩𝙞𝙨 𝙣𝙞 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙖.

3️⃣ 𝙒𝙖𝙣𝙩𝙤𝙤𝙩𝙖 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙖𝙧𝙗𝙖𝙖𝙘𝙝𝙞𝙛𝙣𝙚 𝙠𝙖𝙧𝙤𝙤𝙧𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝙗𝙖𝙖𝙨𝙞!

4️⃣ 𝙅𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙝𝙖𝙧'𝙖 𝙙𝙖𝙗𝙖𝙧𝙨𝙞𝙩𝙚 𝙞𝙡𝙖𝙖𝙡𝙞.
(𝙝𝙖𝙧'𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙖𝙣 𝙝𝙤𝙟𝙟𝙖𝙙𝙝𝙚𝙚?)

5️⃣ 𝙈𝙪𝙡'𝙖𝙩𝙖 𝙦𝙪𝙡𝙦𝙪𝙡𝙡𝙪𝙪 𝙦𝙖𝙗𝙖𝙖𝙙𝙝𝙪 (𝙗𝙧𝙞𝙜𝙝𝙩 𝙫𝙞𝙨𝙞𝙤𝙣).

📩 𝙒𝙖𝙜𝙜𝙖𝙖 (𝙮𝙚𝙧𝙤𝙤) 𝙢𝙪𝙧𝙖𝙖𝙨𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙝𝙤𝙟𝙞𝙞 𝙜𝙪𝙙𝙙𝙖𝙖 𝙝𝙤𝙟𝙟𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙣 𝙣𝙞 𝙙𝙖𝙣𝙙𝙖'𝙖𝙢𝙖.

✍️ 𝙐𝙢𝙪𝙧𝙞𝙞𝙣 𝙡𝙖𝙠𝙠𝙖𝙖'𝙖𝙢𝙪𝙪𝙣 𝙣𝙞 𝙙𝙝𝙖𝙖𝙗𝙖𝙩𝙖.
𝙅𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙞 𝙡𝙖𝙠𝙠𝙖𝙖'𝙖𝙢𝙪𝙪𝙣 𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙛𝙪𝙛𝙖.
𝙅𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙞 𝙖𝙩𝙞 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙚𝙚 𝙙𝙖𝙧𝙗𝙞𝙩𝙚 𝙨𝙚𝙚𝙣𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙩𝙖'𝙚𝙚 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙖𝙩𝙖.

19/06/2023

✔️ Nama mul'ata qabutti yeroo hundumaa waan nama hundumaatti mul'atutu itti mul'ata utuu hin ta'in,

➖Wanta dhoksaa hubachuu,
➖Qoree bira gahuu danda'a.

✔️ Mogoleen isa hin laafu.

➖Fiixaan ba'uumsaa fi
➖Milkaa'ina fuuldura isaatti ilaalee waan adeemuuf wanta bu'a qabeessa hojjata.

✔️ Yaada fi mariidhaaf iddoo kenna.
✔️ Yaadni Gaariin Mul'ata Guddisa.

👉 Biyyoonni guddatan humnatti utuu hin ta'in yaadatti fayyadamuun qarooma ariifachiisaa irra gahani.

19/02/2023

Address

ADAAMAA
Harerge

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Filamaa Safwaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Filamaa Safwaan:

Share

Category