06/09/2026
Waggoota dheeraa dhimma keenyaaf ta’aabdeetta hidhamteetta tumamteetta biyyaa Ari’amteetta mataan gogaa sirraa haadamuu isaa anaaf ija maal siif goonaree kuuno galgalli geenyaan bakka hafiinsa hin qabne deemte
Hawaasa ati ta’aabaa turteefii maatiwwan kee Rabbiin jajjabina hakennuufi