Lode Hetosa Irrigation Team

Lode Hetosa Irrigation Team Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lode Hetosa Irrigation Team, Grocers, Arsi, Huruta.

26/08/2025
26/08/2025
26/08/2025

Baay'inni barattootaa Oromiyaatti bara barnootaa tokko keessatti baratanii baay'ina ummataa waliigalaa biyyoota Afrikaa 20 olii akka caalu quba qabduu?

26/08/2025

Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimad(PhD) Pirezidaantii Ittaantuu Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkeez waliin dhimmoota waloo garaagaraarratti har'a ganama mari'achuu toora miidiyaa hawaasaa isaaniin ibsan.

26/08/2025
21/08/2025

"Namni mul'ata qabu gufuuwwan karaarratti isa mudatu funaanaa deema yoo ta'e, galma isaa bira ga'uu hin danda'u!" MMI Dr. Abiyyi Ahimed
= = =

Siyaasni Itoophiyaa kan jibbinu diiguurraa gara kan jaalannu ijaaruutti ce'uu Ministirri Muummee FDRI Dr. Abiyyi Ahimad Kitaabaa 4ffaa 'Mootummaa Ida'amuu' ilaalchisee miidiyaaf yaada kennaniin ibsaniiru.

Aadaan mootummoolee Itoophiyaa, yeroo maraa kan darbe jibbuun diiguu akka ta'e ibsuun, Mootummaan waan darbe diiguun muddamu mul'ata isaa waliin osoo wal hin argiin akka darbu himaniiru.

Namni mul'ata qabu, gufuuwwan karaarratti isa mudatu funaanaa deema yoo ta'e galma isaa bira gahuu akka hin dandeenye kaasuun, galmi mootummolee inni guddaan 'an biyya koof kallattii kanaan waa raawwadha' isa jedhu ta'uu osoo qabuu, kan Itoophiyaa garuu kan kaleessaa qeequun abaaruufi diiguu irratti muddamuun mul'ata isaanii bira osoo hin gahin hafuu akka ta'e eeraniiru.

Address

Arsi
Huruta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lode Hetosa Irrigation Team posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category