Koominikeeshinii Addis Katamaa Aanaa 10

Koominikeeshinii Addis Katamaa Aanaa 10 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Koominikeeshinii Addis Katamaa Aanaa 10, Grocers, Addis ketema, Kofele.

17/08/2026
16/08/2026
09/08/2026
Obbo Araarsaa Dirribaa waajira dammee paarti badhaadhinaa kutaa magaalaa Addiis katamaa duraanii kan turan Obbo Zarihuun...
27/02/2026

Obbo Araarsaa Dirribaa waajira dammee paarti badhaadhinaa kutaa magaalaa Addiis katamaa duraanii kan turan Obbo Zarihuun Kormee waliin Hojii Wal Harkaa Fuudhuu Raawwatan!!

Obbo Araarsaa Dirribaa kan haaraa ta’anii Waajjira Damee Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Addiis Katama hogganuuf muudaman, hogganaa waajjirichaa duraanii kan turan Obbo Zarihuun Kormee waliin hojii wal harkaa fuudhuu raawwatan.

Kominiikeeshiniin Addiis Katamaa muudamtoota lamaan kanaaf yeroo hojii gaarii fi milkaa’ina gaarii akka qabaatan hawwii isaa ibseera.

Hojii wal harkaa fuudhinsaa kana booda, ijaarsi gamoo paartichaa xumura irra ga’aa jiru daawwannaan irratti taasifameera.

የዓድዋ ድል ለነፃነታችን መሰረት እንደሆነ ሁሉ፥ የኮሪደር ልማት ስራዎቻችንም የከተማዋን የኢኮኖሚ ዕድገት መሰረት ጥለዋል! የዓድዋ ድል የጥቁር ህዝቦች የነፃነት ተምሳሌት ብቻ ሳይሆን የአንድ...
27/02/2026

የዓድዋ ድል ለነፃነታችን መሰረት እንደሆነ ሁሉ፥ የኮሪደር ልማት ስራዎቻችንም የከተማዋን የኢኮኖሚ ዕድገት መሰረት ጥለዋል!

የዓድዋ ድል የጥቁር ህዝቦች የነፃነት ተምሳሌት ብቻ ሳይሆን የአንድነት፣ የጥረትና እቅድ ውጤት ነው። አዲስ አበባ የዚህን ታላቅ ታሪካዊ ድል መንፈስ በመውሰድ በልማትና በመልካም አስተዳደር አዲስ ምዕራፍ እየከፈተች ትገኛለች።

ከዛሬ 130 ዓመታት በፊት አባቶቻችንና እናቶቻችን በዓድዋ ተራሮች ላይ በቁርጠኝነት ተባብረው አዲስ ታሪክ እንደሰሩ ሁሉ የከተማ አስተዳደሩ ተመሳሳይ ቁርጠኝነት ይዞ እየሰራ ይገኛል።

የዓድዋ ድል ለነፃነታችን መሰረት እንደሆነ ሁሉ የኮሪደር ልማት ስራዎችም የከተማዋን ምቾት፣ ውበት እና የኢኮኖሚ እድገት መሰረት ጥለዋል። እንደ ዓድዋ ጦርነት ስልታዊ አቀራረብ ሁሉ፣ የኮሪደር ልማቱ የከተማዋን የትራፊክ ፍሰት ለማዘመን፣ የእግረኛ መንገዶችን ለማስዋብ እና ለአካባቢ ጥበቃ ተስማሚ የሆኑ አረንጓዴ ቦታዎችን ለመፍጠር እቅድ ይዞ በመንቀሳቀስ ላይ ነው።

ከዚህ በተጨማሪም የመሰረተ ልማት ዝርጋታ፡ የመንገድ፣ የውሃ፣ የመብራት፣ እና የፍሳሽ ማስወገጃ መስመሮችን በማዘመን፣ የአድዋን ድል ዘላቂነት ለማረጋገጥ የተደረገውን አይነት ጥረት፣ ለከተማዋ ዘላቂ የመሰረተ ልማት መሰረት አስቀምጧል።

በከተማ አስተዳደሩ እየተሰሩ ያሉ የመልካም አስተዳደር ስራዎች፣ የህዝቡን ጥያቄዎች በቅድሚያ በመመልከት፣ ግልጽነትና ተጠያቂነት ባለው መልኩ አገልግሎት ለመስጠት ያለመ ነው። አዲስ አበባ ለነዋሪዎቿ የምትመች፣ ፍትሃዊ የሀብት ክፍፍል የምታረጋግጥ እና የመንግስት አገልግሎቶችን በቅልጥፍና የምትሰጥ ከተማ እንድትሆን ልዩ ትኩረት በመስጠት እየተሰራ ይገኛል፡፡

የዓድዋ ድል ኢትዮጵያውያን ወደ ብልጽግና የሚዘልቁበት መስፈንጠሪያ ነው። ድሉ በስንቅና በታክቲክ እንደተገኘ ሁሉ የአዲስ አበባ ልማትም በታቀደ በጀትና በቁርጠኛ አመራርና በህዝብ ንቁ ተሳትፎ እውን እየሆነ ነው።

Humni Waloo Tasgabbiinsa Gabaa fi To’annoo Daldala Seeraan Alaakaayyoo inishetiivii 6’n irratti sadarkaa raawwii ga’e ga...
10/02/2026

Humni Waloo Tasgabbiinsa Gabaa fi To’annoo Daldala Seeraan Alaa
kaayyoo inishetiivii 6’n irratti sadarkaa raawwii ga’e gamaggamuum, kallattii kaa’eera.
**************************
Guraandhala 03, 2018 A.L.I

Bulchiinsi Kutaalee Magaalaa Addis Katamaa, mul’ata “Ida’ama” jedhuun Muummicha Ministeeraa Dr. Abiyyi Ahmadin kaa’ame jalatti, kaayyoo dameewwan ijoo jahan keessaa kan tasgabbiinsa gabaa, to’annoo daldala seeraan alaa fi Sochii "Itoophiyaan yaa Omish*tu " irratti mari’achuun, kallattii xiyyeeffannaa itti aanuu kaa’eera.

Waltajjicha kan gaggeessan Itti Aanaa Hogganaa Waajjira Hojii Raawwachiiftuu Olaanaa Bulchiinsa Kutaalee Magaalaa Addiis Katamaa, Obbo Fiqruu Hajjii, gabaa tasgabbeessuufi qaala’iinsa jireenyaa ittisuuf dhiyeessii oomishaa guddisuu, to’annoo daldalaa cimsuun itti fufuu, sirna gabaa sirreessuu fi fayyadamtootaaf tajaajilli haqaa fi walqixxummaan akka argamu gochuun, olaantummaa seeraa mirkaneessuun akka barbaachisu ibsaniiru.

Obbo Fiqruun dabalataan, addatti qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf Sochii "Maaddii huutuu " fi hojiiwwan qonna magaalaa babal’isuun, oomishtummaa guddisan hojiiwwan bal’inaan raawwachaa jiraachuu himaniiru.

Hogganaan Waajjira Daldalaa Kutaalee Magaalaa Obbo Abdulwaahid Badiruu gamasaanniin gabaa tasgabbeessuu fi qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf dhiyeessii fooyyessuu, gabaa sanbataafi dilbataa istaandaardii eegsisuu fi dhaqqabummaa babal’isuu, oomisha "Maaddii guutuu " gara gabaa baasuu, indaastirii oomishtoota deeggaruu fi hawaasa hojii walta’iinsaa cimsuun hojii bal’aan hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

Address

Addis Ketema
Kofele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Koominikeeshinii Addis Katamaa Aanaa 10 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category