Dhaloota Gafa Xiiqii

Dhaloota Gafa Xiiqii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhaloota Gafa Xiiqii, Grocers, Meeggaa, Mega.

Qaammee 2: Olka’iinsa Itoophiyaa! 🇪🇹Milkaa’innoota Olka’iinsaa biyya keenyaa dhugoomsuuf waggoota darban keessatti bu’uu...
07/09/2026

Qaammee 2: Olka’iinsa Itoophiyaa! 🇪🇹

Milkaa’innoota Olka’iinsaa biyya keenyaa dhugoomsuuf waggoota darban keessatti bu’uura ta’anii galmaa’an yaadachuun, bu’aa isaan jireenya ummataa keessatti fidan xiinxallee ilaaluun, har’a irraa boruuf abdii haaraa horachuuf qaammeen akka ce’umsaatti kabajama.

Milkaa’inni Har’aa Bu’uura Olka’iinsa Boruuti!”

Qaammee 2: Olka’iinsaa Itoophiyaa!Pirojektoota gurguddoo fi inisheetiivota misoomaa, jijjiirama qabatamaa argamsiisan he...
07/09/2026

Qaammee 2: Olka’iinsaa Itoophiyaa!

Pirojektoota gurguddoo fi inisheetiivota misoomaa, jijjiirama qabatamaa argamsiisan hedduun hojjatamaniiru.

Qaammee 2: Olka’iinsa Itoophiyaa moggaasaa jedhuun milkaa’innoota jiran itti fufsiisuuf hanqinaalee fi rakkoolee turan irraa barannee, waan hafetti cimina haaraan hojjennee, abdii boruu dhugoomsina.

Milkaa’inni har’aa, bu’uuraa Olka’iinsaa boruuti!

Milkaa’ina Har’aa, Abdii Boruu!✨Pirojektoonni gurguddoon waggoota darban keessatti hojjetaman bu’uura jijjiiramaa fi dag...
07/09/2026

Milkaa’ina Har’aa, Abdii Boruu!✨

Pirojektoonni gurguddoon waggoota darban keessatti hojjetaman bu’uura jijjiiramaa fi dagaagina biyyaalessaa ta’uun jireenya guyyaa guyyaa ummataa irratti bu’aa gaarii fidaa jiru.

Qaammeen 2 milkaa’ina kana yaadachuun bu’aa isaa xiinxallee, hanqina irraa barannee, imala bara haaraa caalaatti saffisiisuuf waadaa haaromsina.

Milkaa’inni har’aa bu’uura olka’iinsa boruuti!

Tokkummaan Keenya, Humna Olka’iinsa Keenya! 🇪🇹Olka’iinsi biyya tokkoo hojii qaama tokkoon milkaa’u miti; hirmaannaa uumm...
07/09/2026

Tokkummaan Keenya, Humna Olka’iinsa Keenya! 🇪🇹

Olka’iinsi biyya tokkoo hojii qaama tokkoon milkaa’u miti; hirmaannaa uummataa, mootummaa, dargaggoota, dubartootaa, qonnaan bultootaa, horsiisee bultootaa, daldaltootaa fi kutaalee hawaasaa hunda gaafata.

Qaammeen 2 milkaa’inoota keenya waliin ilaallee, abdii keenya waliin ijaarree, gara imala haaraa tokkummaan tarkaanfachuuf kabajama.

Tokkummaan yoo cimne, hojii itti fufiinsaan hojjanne, olka’iinsi Itoophiyaa ni dhugooma!

Qaammee 2:Boqonnaa Haaraa, Abdii Haaraa! 🌅Qaammeen bara kanaa yeroo ce’umsa keessatti kan kabajamaa jiru, milkaa’ina kal...
07/09/2026

Qaammee 2:
Boqonnaa Haaraa, Abdii Haaraa! 🌅

Qaammeen bara kanaa yeroo ce’umsa keessatti kan kabajamaa jiru, milkaa’ina kaleessaa irraa kaanee, bu’aa caaluuf mul’ata haaraa kan itti horannuudha.

Qaammeen Pirojektootaa jireenya hawaasaa jijjiiraniifi olka’iinsa biyya keenna dhugoomsan hojjatamanii kan yaadannu, hanqinaalee kan itti gamaaggamnu, fuulduraaf immoo kallattii ifaa kan itti qabannuudha.

“Milkaa’inni Har’aa, Bu’uura Olka’iinsa Boruuti!”

Milkaa’inni Har’aa, Bu’uura Olka’iinsa Boruuti!Biyyi keenyaa Itoophiyaan qormaatawwan gama hawaasummaa, siyaasaa fi dina...
07/09/2026

Milkaa’inni Har’aa, Bu’uura Olka’iinsa Boruuti!

Biyyi keenyaa Itoophiyaan qormaatawwan gama hawaasummaa, siyaasaa fi dinagdee walxaxoo ta’an keessa ce’uun, hojiiwwan bu’a qabeessa hedduu raawwachaa gara boqonnaa haaraatti ce’aa jirti.

Qaammee 2: Guyyaa Olka’iinsa Itoophiyaa; milkaa’inoota bara darbe keessa galmaa’an itti yaadannu, bu’aa argame itti madaalluufi imala keenya gara fuulduraatti itti jabeessinuudha.

Milkaa’ina fi rakkoo har’aa irraa barannee, abdii haaraan gara olka’iinsa boruutti haa imallu!

External military involvement in Sudan undermines every diplomatic effort aimed at stopping the conflict, and Eritrea’s ...
05/12/2025

External military involvement in Sudan undermines every diplomatic effort aimed at stopping the conflict, and Eritrea’s reported deployment of troops is a prime example. By inserting itself into Sudan’s internal war, Eritrea is not only escalating tensions but also deepening the chaos on the ground and complicating peace negotiations.

Instead of supporting stability in the region, Eritrea’s actions are adding fuel to a deadly conflict, making a ceasefire even harder to achieve.

Address

Meeggaa
Mega

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaloota Gafa Xiiqii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category