06/11/2024
Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Daarimuutti Leenjiin dandeettii miseensaa cimsu Aanichatti kennamaa jira.
Onkolooleessa 27, 2017
Leenjiin dandeettii miseensaa cimsuu marsaa 4ffaa Mata duree " " jedhu irratti kennamaa jira.
Kaayyoon leenjichaa miseensi sadarkaa adda addaatti argamu haala qabatamaa Addunyaa, Afrikaa, Gaanfa Afrikaa fi haala biyyaa hubachuun jijjiirama caalmaaf akka of qooheessuuf leenjii kennamu ta'uun hubatameera.
leenjicha irrattis Miseensi Q/bulaa fi H/mootummaa Gandaa fi sadarkaa aanaa irratti hirmaachaa jiru.