Birqee Qajeelaa /Harmee koo/

Birqee  Qajeelaa /Harmee koo/ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Birqee Qajeelaa /Harmee koo/, Grocers, Metu.

10/10/2025



Bulchiinsa magaaalaa Mattuutti Akkaata barbaachisummaa fi Muuxannoo hojii isaan qaban irratti hundaa'uun Muudamni gara garaa kennameetu jira.
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Muudamni kun itti gaaffatamaa waajjira paartii badhaadhinaa Damee Magaalaa Mattuu obbo Kaasahuun Hayiluun dhiyaachuun manni maree Magaalichaas yaada irratti kennuun sagalee guutuudhaan mirkanaa'ee jira.

Haaluma kanaanis
1. Aadde Hamziyyaa Taammiruu Margaa Itti gaaffatamtuu Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Damee Magaala Mattuu kan turan Itti Gaafatamtuu dhimma hojjataa fi hawaasummaa Bulchiinsa Magaalaa Mattuu
2.Obbo Addaamuu Habtee Goobanaa Itti gaaffatamaa Ejensii Geejjibaa Magaalaa Mattuu kan turan itti Gaaffatamaa waajjira Barnootaa Magaalaa Mattuu
3.obbo Malaakuu Taayyee itti aanaa itti gaaffatamaa waajjira Kantiibaa kan turan itti gaafatamaa ejensii Geejjibaa magaaalaa Mattuu ta'uun dhiyaachuun miseensota mana mareen yaadni irratti kennamuudhaan karaa abbaa seeraa mana murtii Aanaa Mattuu Aadde Aanchinaanee Abbabaa sirna kakuu raawwatanii jiru.

10/09/2025
10/09/2025
10/09/2025

Address

Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Birqee Qajeelaa /Harmee koo/ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category