Miidiyaa bul/ Ganda Abbaa Molee

Miidiyaa bul/ Ganda Abbaa Molee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Miidiyaa bul/ Ganda Abbaa Molee, Grocers, Matu, Metu.

17/09/2025
Godina Iluu Abbaa Booraa fi Magaalaa Mattuu= = =Godina Iluu Abbaa Booritti Eebbifamuu Hidha Guddicha Haromsaa Itiyoophiy...
17/09/2025

Godina Iluu Abbaa Booraa fi Magaalaa Mattuu
= = =
Godina Iluu Abbaa Booritti Eebbifamuu Hidha Guddicha Haromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa mata duree 'Gamtaan Dandeenyarra jedhuun gaggeeffamaa jira.

Hiriirri kun kutaalee hawaasaa aanaalee godinichaa fi magaa Mattuu hirmaachisee gaggeeffamaa jira.

30/05/2025

Yaadamaa fi Sagantaa Keenya,
Badhaadhina Biyya Keenyaaf!

Paartiin keenya yaadama sirrii fi tarkaanfataa duudhaa obbolummaa, jaalalaa fi tokkummaatiin bu'uureffameen qajeelfamee, sagantaa bu'a qabeessaanis utubamee galma qabate dhugoomsuuf hojjataa jira.

Mul'ata "Biyya badhaatuu dhugoomsuu" qabatee milkaahina isaatiifis onnatee hojjachuu irratti kan argamu Paartiin keenya, yaadama Ida'amuutiin dogoggora darbe sirreessaa, sagantaa siyaasaa, diinagdee, hawaasummaa fi hariiroo alaatiin milkaahinoota dam-daneessa ta'an galmeessaa jira.

Yaadamni fi sagantaan keenya hundi fedhiif faayidaa ummataa kan giddu galeeffatanii fi badhaadhina biyyaatiif dursa kennan waan ta'aniif eeyyantaa xiyyeeffannaan hojiirra oolaa jiru.

30/05/2025

Address

Matu
Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miidiyaa bul/ Ganda Abbaa Molee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category