Galoo page

Galoo page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Galoo page, Grocers, [email protected], Metu.

13/03/2026

waansa maal beektu yoona
gorffacha jira taha 😭😭😭

13/03/2026
13/03/2026

30/01/2026

Gurbaa gowwaa tokkotu ture. Gurbaan kun
fuudhaaf ga'ee abbaansaa jaarsa ergeefii
fuusisuu barbaade.
Garuu gurbaa kana baay'ee shakke, gowwaa
waan ta'eef yoo fuudhellee waan dubartii
fuudhaniif beekaa laata waan jedhu yaade.
Ofitti waamee mee gurbaa hoodhuutii maallaqa
kanaan deemii dubara fuudhaaf taatu laalladhu
jedheen.
gurbaanis Dubara fuudhaaf taatu eessatti
argadha, dubarri fuudhaaf taatu maal fakkaatti
jedhee deebisee abbaasaa gaafate.
Abbaanis dubara fuudhaaf taatu, yeroo qoraan cabsitu, yeroo magaalaa dha galtu fi yeroo lagaa uffata miiccitu fa'aa arguu dandeessa jedheeni abbaan deebiseef.
Gurbaanis tole jedhee maallaqa abbaan kenneef sana fudhatee qajeele.
Abbaan yeroo inni deemu dubbii balleessa jedhee waan shakkeef yeroo argitu homaa itti hin dubbatiin ilaalladhuuti kottuu natti himi jedheen.
Yeroo laga ga'u akkoosaa lagaa qoraan cabsaa
jirtu arge, akkuma abbaansaa jedheen hoomaa
Osoo itti hin dubbatiin ofirra garagalee gale.
Abbaanis deebi'uusaa argee argattee dhuftee?
jedheen, gurbaanis eeyyee abbaa jedheen.
Abbaan eenyuun argatte, maal fakkaatti jedhee
yoo gafatu.
Akkoo kiyyaan argadhe lagaa qoraan cabsaa jirti jedheen.
Kanumaan abbaan maal gurbaa haadhakoo
fuutaa jedheen.
Gurbaanis deebisee maal atis haadhakoo fuute
mitii jedheen.

Bashannanumaaf, Safuudhaa nu ofkolchaa
Baacoowwanif qoosaa garagara dubisuun guyyaa keessan bareechaa
Egaa maarree ergaa kanarraa waan baayyee hubattu jedheen yaada
Maarree isinis yaadota barnoota namaaf taha.

Address

[email protected]
Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Galoo page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category