Buna Najjoo

Buna Najjoo Haala naannoo maagalattif, Tateewwan achitti ta'an isin qaqqabsisuu yalla. itti dabalees, Buna Najjoo filatamaa kan ta'e,isin dawwachifna.

Danfaa dhuugufis ta'ee,callaasa bitachuuf filatamaan"Buna Najjoo"ti ka. Gati madalawwan ni argattu.

Barfachuu keenyaaf dhiifama,jechaa;qaxaleen keenyaa Waloon Ximqataa Kumarraa eebba kitaaba"NAN GAMMADA"jedhu eebbisisuuf...
18/03/2023

Barfachuu keenyaaf dhiifama,jechaa;qaxaleen keenyaa Waloon Ximqataa Kumarraa eebba kitaaba"NAN GAMMADA"jedhu eebbisisuuf,guyyaa borii jechuun bitootteessa 10,2015,sa'a 8:00tti,galma giddu gala aadaa oromoo;Finffinneeti wal garra,jedha oobbolessi keenyaa.

Mana barumsaa bultii addaa Oromiiya;Godina W/Lixaa Aanaa Najjoo;;Magalaa Najjoo keessatti kan argamuu,kana fakkaata.
28/06/2022

Mana barumsaa bultii addaa Oromiiya;Godina W/Lixaa Aanaa Najjoo;;Magalaa Najjoo keessatti kan argamuu,kana fakkaata.

Manni barumsa bulti addaa,Godina W/lixa,Aanaa Najjootti ijaramee kan argamu,guyyaa harraa eebifameera.
28/06/2022

Manni barumsa bulti addaa,Godina W/lixa,Aanaa Najjootti ijaramee kan argamu,guyyaa harraa eebifameera.

Ammallee injifannoo haara; Daraaraa Mokoniin!!!,,, Teenisa minjaala(table tennis)akka Baha Afriikaattii 1ffaa ba'un kan ...
10/05/2022

Ammallee injifannoo haara; Daraaraa Mokoniin!!!,,, Teenisa minjaala(table tennis)akka Baha Afriikaattii 1ffaa ba'un kan badhasa Medaliyaafi Geepha kan gonfate. Ammas injifannoo biratif,Rabbi si'a gargaru,jetti fulli keenya.

Gammachuu addaa,uummata magalaa NAJJOOf naannoosheetti kan argamaniif;guyyaan kun guyyaa gammachuu ture. sababiinsas rak...
10/06/2021

Gammachuu addaa,uummata magalaa NAJJOOf naannoosheetti kan argamaniif;guyyaan kun guyyaa gammachuu ture. sababiinsas rakkoo bayyee jiran keessaa tokkoo furameera. innis Sub Station(buufati ibsaa) hojii eegaluusatiin. kanaf baga gammaddan!

Teenisa xarabessa(table tennis) taphachuun biyya keenya kan wamsisee dargaggoo Daraaraa Mokoniin milka'ina guddaa argach...
22/02/2021

Teenisa xarabessa(table tennis) taphachuun biyya keenya kan wamsisee dargaggoo Daraaraa Mokoniin milka'ina guddaa argacha jira. Maqaa Najjoorra darbee kan biyya gutuutti mul'achaa jiru dha. Kan fuula duraf Rabbi si'a milkessu!

Address

Western Welega Nejo Town
Nejo
QOTANAJJOO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Buna Najjoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category