Gadisa Gemechu

Gadisa Gemechu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gadisa Gemechu, Grocers, Nekemte, Nek'emte.

  Ministirri Muummee   Ahimad (PhD) Magaalaa Naqamteetti argamuun misooma Koridarii  daawwatan.Magaalaan  Naqamtee Magaa...
19/02/2026


Ministirri Muummee Ahimad (PhD) Magaalaa Naqamteetti argamuun misooma Koridarii daawwatan.
Magaalaan Naqamtee Magaalaa Dhaloota egereef mijattee fi Waan Hundaan badhaate dha.

18/02/2026
Leenjii haaromsa Aadaa Dargaggoo Bulchinsa magaala Naqamte Ganda Qassootti guraandhala 6/2018
13/02/2026

Leenjii haaromsa Aadaa Dargaggoo Bulchinsa magaala Naqamte Ganda Qassootti guraandhala 6/2018

  Shaggar lixaa Magaalaa Oolankomiitti Saayintistiin Addunyaa  professor Gabbisaa Eejjetaa Mana  Baruumsaa sadarkaa 2ffa...
25/01/2026



Shaggar lixaa Magaalaa Oolankomiitti Saayintistiin Addunyaa professor Gabbisaa Eejjetaa Mana Baruumsaa sadarkaa 2ffaa ijaarsisee ture xumuramuun guyyaa har'aa tajaajilaaf banaa taheera.

Maqaa Mana Barumsichaas Professor Gabbisaa Ejjetaan maqaa Haadha isaaniin jedhuun moggaaseera.

Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Mootuu Ayyaanoo Amajji 25/2026 eebbifamee barattootaaf banaa taheera.

NEKEMTE❤️ IS A CITY IN WESTERN ETHIOPIA, LOCATED IN THE EAST WELEGA ZONE OF THE OROMIA REGION.🌍
24/01/2026

NEKEMTE❤️ IS A CITY IN WESTERN ETHIOPIA, LOCATED IN THE EAST WELEGA ZONE OF THE OROMIA REGION.🌍

Qorannoon Raawwi hojii Paartii Fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa ji'oota jahaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture kallattii hojii ...
23/01/2026

Qorannoon Raawwi hojii Paartii Fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa ji'oota jahaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture kallattii hojii Pireezidaatiin MNO obbo Shimallis Abdiisaa kennaniin goolabame.
Amajjii 15,2018 ‎Qorannoon Raawwi hojii Paartii Fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa ji'oota jahaa guyyoota sadiif magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture, kallattii hojii Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafi Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa kennaniin xumurameera.

Aritiin lubbuu malee karaa hin gabaabsu! Amajjii 6/2018, Naqamtee Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti sosochiin torbee  nage...
14/01/2026

Aritiin lubbuu malee karaa hin gabaabsu!

Amajjii 6/2018, Naqamtee

Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti sosochiin torbee nageenya tiraafikaa qindeessummaa ejensii geejjibaafi qajeelcha poolisii bulchiinsa magaalichaan qophaa'e gaggeeffamaa jira.

Address

Nekemte
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadisa Gemechu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category