Kaayyoon boon

Kaayyoon boon Dhugaa ilmoo waaqatti
(1)

30/04/2026
Baga milkooftan !ABO/WBON Zoonii lixaatti miseensaa haaraa leenjisee bobaaseera!Otuma mortuun mortuu hin hoora abbaan ho...
20/11/2025

Baga milkooftan !ABO/WBON Zoonii lixaatti miseensaa haaraa leenjisee bobaaseera!
Otuma mortuun mortuu hin hoora abbaan hooru

 #𝐎𝐛𝐬𝐚𝐚𝐧  #𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 1. Namni utuu kitaaba dubbisuu danda'uu kitaaba hin dubbifne, nama dubbisuu hin dandeenyerra hin caa...
18/11/2025

#𝐎𝐛𝐬𝐚𝐚𝐧 #𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚
1. Namni utuu kitaaba dubbisuu danda'uu kitaaba hin dubbifne, nama dubbisuu hin dandeenyerra hin caalu.
2. Namoonni hedduun hamma maqaa isaanii hin ga'an. Maqaa isaaniitu isaan caala.
3. Milkaa'inni wanta namoonni hin argin arguu danda'uudha.
4. Dandeettii / ga'uumsa keessa kee jiru qofaan dorgomi!
5. Beekumsa qaban irratti hundaa'ee namoota gosa 4 tu jira. Isaaniis:

Nama hin beekne , akka hin beekne, kan hin beekne.
Nama hin beekne, akka hin beekne, kan beeku.
Nama beeku, akka beeku kan hin beekne
Nama beeku, akka beeku kan beeku

Abdii sabaa oromoo
29/10/2025

Abdii sabaa oromoo

Address

Oromiyaa
Nekemt

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaayyoon boon posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category