Gola oromia

Gola oromia Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gola oromia, Grocers, Nekemte.

03/06/2025
Wallpaper
03/06/2025

Wallpaper

ODUU:Saayintistoonni Pilaaneetii haaraa Cabbiidhaan haguugamte argachuu beeksisanSaayintistoonni Pilaaneetii haaraa kan ...
26/05/2025

ODUU:

Saayintistoonni Pilaaneetii haaraa Cabbiidhaan haguugamte argachuu beeksisan

Saayintistoonni Pilaaneetii haaraa kan Pilaaneetii Piluutoo irra fagoo jirtu argataniiru.

Pilaaneetiin haaraan kun aduu irraa baay'ee waan fagaatteef Cabbiidhaan haguugamuu isheeti qorattoonni sirna Urjii kan beeksisan.

Pilaaneetii haaraan kun yeroodhaaf “2017 OF201” jedhamtee moggaafamuun ishees eerame.

Odeeffannoon NASA irraa argame akka agarsiisutti, Pilaaneetiin xiqqaa Teleskooppii ammayyaa fayyadamuun argamte kun, qorannoo dabalataaf ulaa saaqa.
https://t.me/memgghhhgg

Address

Nekemte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gola oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category