03/06/2023
GARTUU DHIIGAA FII AMALOOTA NAMAA.!
📈 baayyee cimaa fi gad-fagoo tahe jiraachuu baatus gartuun dhiigaa fi amalli namaa hariiroo akka qabu ni dubbatama!
Haa ta'uu Malee Qorannoo dhigaa tasisuun gartuu dhigaa kenyaa bekuun fayyidaa Heduu qabaa.
🔰 dhigaa
✍1.Namni dhigni isaa A+ tahe
√kan kannuf- A+, AB+
√Kan irra fudhatu- A+, A-, O+, O-
✍2.Namni dhiigni isaa O+ tahe
√kan kannuf- O+, A+, B+, AB+
√Kan irra fudhatu- O+, O-
✍3.Namni dhiigni isaa B+ tahe
√kan kannuf- B+, AB+
√Kan irra fudhatu- B+, B-, O+, O-
✍4.Namni dhiigni isaa AB+ tahe
√kan kannuf- AB+ qofaa
√Kan irra fudhatu- Gosa dhiigaa hunda irraa fudhatu nii danda’aa.
✍5.Namni dhiigni isaa A- tahe
√kan kannuf- A+, A-, AB+, AB-
√Kan irra fudhatu- A-, O-
✍6.Namni dhiigni isaa O- tahe.
√kan kannuf- gosa dhiigaa hundaaf ni kenna
√Kan irra fudhatu O- qofaa
✍7.Namni dhiigni isaa B- tahe
√kan kannuf- B+, B-, AB+, AB-
√Kan irra fudhatu- B-, O-
✍8.Namni dhiigni isaa AB- tahe
√kan kannuf- AB+, AB-
√Kan irra fudhat- AB-, A-, B-, O- irraa fudhatuu ni danda’a
♻️ gosotaa dhiigaa
✔️ dhiiga A
Namoonni kun
👉cimoodha
👉gadi fageenyaan yaaduu
👉kalaqaan beekamu
👉hojjii kan jaallatanii fi
👉nagaa barbaadu
👉amanamoodha
👉hojjii kamuu tartiiban akkasumaas qulqullinaa fi yeroo tokkotti hojjii tokko duwwaa hojjachuu filatu
👉 waan sirrii qofa hojjachuuf dhama'u.
🔱Amalli badaan isaanii waanuma xiqqoof dhiphachuu fi waan hunduu sirrii akka ta'u barbaadu!
✔️ dhiiga B
Namoonni kun
👉hojjii kalaqaan beekamu
👉waan karoorsanii amma galmaan gahanitti hin dhisan.
👉 yeroo tokkotti waan hunda dhiisanii wanta tokko duwwaa irratti xiyyeeffatu!
👉hawaasummaa cimsuu Jalatuu
👉Amala namaa yaaduu fi nama hubachuu qabu!
🔱Rakkoon isaani immoo of jaallachuu, jijjiiramuu, maal naa dhibee fi balleessaa namaaf irraa kan hin darbinedhaa.!
✔️ dhiigaa AB
Namoonni kun makaa A fi B ti. Amalli isaaniis
👉 namaf yaaduu
👉Nagaa buusuu
👉 namaan walii galu
👉amanamummaa fii namaa kununsuu jalatuu