Bareeddu

Bareeddu never give up.

Wallahi dhiira rakkattu jibba!!
11/07/2026

Wallahi dhiira rakkattu jibba!!

dhiirri mallaqa hin qabne.rakkata tokko tokko keessan na dubbisu dhiisa. mata dhabbachus mirga qabdu!
09/07/2026

dhiirri mallaqa hin qabne.
rakkata tokko tokko keessan na dubbisu dhiisa. mata dhabbachus mirga qabdu!

harmee kenya kanaan fayyi jedhi
06/07/2026

harmee kenya kanaan fayyi jedhi

maal barbaacha deemtu jettu isin?istepan ishi hoo isinif tahe?
06/07/2026

maal barbaacha deemtu jettu isin?
istepan ishi hoo isinif tahe?

  badhaasa  ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ vs Mexico ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฝ  ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท vs Norway ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ด   badhaasicha.1) post kana share 2) copy link goota3) like goota.tilma...
05/07/2026

badhaasa
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ vs Mexico ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฝ
๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท vs Norway ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ด
badhaasicha.
1) post kana share
2) copy link goota
3) like goota.
tilmaama kessan comment jala keessu.
comment edit gochuu nama adabsiisa.

namni argate badhasni
1) qarshii 1000
2) qarshii 500
3)qarshii 300
Carraa gaarii!!!

Haadha teenya tanaan fayyi jettu malee yoo bira tarte. booddee kees akkas akka tahu shakki hin qabu.
05/07/2026

Haadha teenya tanaan fayyi jettu malee yoo bira tarte. booddee kees akkas akka tahu shakki hin qabu.

Tarii maaltu beeka namnu biqilu eegale ta'a
04/07/2026

Tarii maaltu beeka namnu biqilu eegale ta'a

Warri na jaalattan lakkofsa 2 barressi Kan na jibbu immo 3 barressi.
04/07/2026

Warri na jaalattan lakkofsa 2 barressi Kan na jibbu immo 3 barressi.

Address

America
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bareeddu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share