Edo lenca prosperity party

Edo lenca prosperity party Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Edo lenca prosperity party, Grocers, SHASHEMENE, Shashemene.

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ Iddoo Leencaa๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒโ€ŽCongratualation๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰โ€ŽGamaaggama Raawwii Hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 2ffaa bara 2018 ...
10/01/2026

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ Iddoo Leencaa๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
โ€ŽCongratualation๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰
โ€Ž
Gamaaggama Raawwii Hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 2ffaa bara 2018 Guyyaa lamaf Gaggeeffameen Aanaan Iddoo Leencaa Aanoota Kutaa Magaalaa Malkaa Sirbaa sadan keessa hojii walii galattin sadaarka 1ffaa bahuun xummure jira. Milkaayiini keenyaa itti fuufa.
โ€Ž
โ€ŽBagaa gammannee baga gammaadaan jalleewwaan Congratulations ๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰

09/12/2017Bul/Mag/Shaashamannee Kut/Mag/Malkaa Sirbaa Aanaa Iddoo Leencatti  Duulli Qulqullinaa Gurmuu Dargaggootaa fi D...
15/08/2025

09/12/2017
Bul/Mag/Shaashamannee Kut/Mag/Malkaa Sirbaa Aanaa Iddoo Leencatti Duulli Qulqullinaa Gurmuu Dargaggootaa fi Dubartootaa bakka Hoogganaan Gurmuu Dargaggoo Kutaa Magaalaa fi Hoggansi Aanaa argamanitti geggeeffameera.

Bul/Mag/Shaashamannee Kut/Mag/Malkaa Sirbaa Aanaa Iddoo Leencaatti Mariin Haaromsa_Aadaa_Oromoo Hojjattoota Mootummaa fi...
27/02/2025

Bul/Mag/Shaashamannee Kut/Mag/Malkaa Sirbaa Aanaa Iddoo Leencaatti Mariin Haaromsa_Aadaa_Oromoo Hojjattoota Mootummaa fi Hooggansaa Aanaa Iddoo Leencaa hirmaachise gaggeeffamee.
**********
Haaromsaa Aadaa hunda galeessa taโ€™e gaggeessuudhaan Ijaarsa biyyaa dhugoomsuuf sagantaa Haaromsa Aadaa Oromoo irratti mariin gaggeeffamee jira .
============================
Kutaa Magaalaa Malkaa Sirbaatti Itti gaafatamaan Waajjira Daldalaa kutaa Magaalaa Obb.Kadiir Gammachuu maricha irratti argamuun akka jedhanitti haaromsi Aadaa Oromoo kun duudhaa fi eenyummaa uummataa kunuunsuu fi cimsuudhaan utubaa cehumsaa fi jijjiirama biyyaa goochuun gargaaramuu kan dandeessisu taโ€™uu ibsaniiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee Aadaa fi Duudhaa uummataa Oromoo dagaagsan sadarkaa hundatti hojiirra oolchuuf hojjataa akka jiru kaasuun, haaromsi Aadaa Oromoo kun agarsiiftuu hojiilee kanaa keessaa isa ijoodha jedhaniiru.

Haaromsi Aadaa Oromoo kun Beekumsa Omishuu, Dinagdee Ceesisuu, Aartii Oromoo Humneessuu, Aadaa Oromoo Caaseffama gubbaarratti Sirneessuu dabalatee Miidiyaafi Biraandiingii cimsuudhaan jijjiirama hunda galeessa fiduu of keessatti kan hammate ta'uus kaasaniiru.

Sagantaa kana irratti barreeffamni qorannoo haaromsa Aadaa Oromoo dhiyaatee mariin bal'inaan irratti gaggeeffamee jira.

Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti hojiin Misooma Daandiin Asphaaltii Ariitii fi qulqullinnaan hojjatamaa Jira.
07/02/2025

Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti hojiin Misooma Daandiin Asphaaltii Ariitii fi qulqullinnaan hojjatamaa Jira.

Address

SHASHEMENE
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Edo lenca prosperity party posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category