Kaddii sanyii warra jiraatoo

Kaddii sanyii warra jiraatoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kaddii sanyii warra jiraatoo, Grocers, shashamene, Shashemene.

04/06/2026

Warri akka fedha fooniitti jiraatan, Waaqayyoon garaa ciibsuu hin danda'an.
Rom.8:8

28/05/2026

Qabaatanii homaa dhabanis
Jireenyi siin wajjiin walta'uudha
👇👇👇👇👇
👈

si'ana ARSENAL  ✓Faarfattootaaf✓lallabdootaaf✓hundumaaf  _  #  ta'eera yoo ilaalu👉warrii kuun duraa akkasiiBaay'een hark...
21/05/2026

si'ana ARSENAL

✓Faarfattootaaf
✓lallabdootaaf
✓hundumaaf
_ # ta'eera yoo ilaalu
👉warrii kuun duraa akkasii
Baay'een harka ol kaaseeraaf
WAAQAYYO namaa haa araaramu malee

20/05/2026

utuma arguu boruuf jedhee obse❤️❤️

Guutuu Koo hin hir'annekomiin isaa hin himamnejal'aa isa qajeelchudeegaa isa duroomsuwallaalaa isa qaroomsukeessaaf ala ...
19/05/2026

Guutuu Koo hin hir'anne
komiin isaa hin himamne
jal'aa isa qajeelchu
deegaa isa duroomsu
wallaalaa isa qaroomsu
keessaaf ala mi'eessaa
du'aa jireenyatti geessa
ifa yeroo hundumaa
Kan naaf caalu Kuma💪💪
❤️YESUUS❤️💯💯💯

Egaa nuyi dhuga-baatota akka duumessaa lafa uffisan naannoo keenyaa qabna; kanaafis kottaa wanta ba'aa nutti ta'u hundum...
22/01/2026

Egaa nuyi dhuga-baatota akka duumessaa lafa uffisan naannoo keenyaa qabna; kanaafis kottaa wanta ba'aa nutti ta'u hundumaa, cubbuu isa nutti qabates of irraa fuunee, dorgomee isa nu dura jiru obsaan dandeenyee in fiignaa!

Ibr 12:1

02/01/2026

Address

Shashamene
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaddii sanyii warra jiraatoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category