Warra Gubbaa Salaalee

Warra Gubbaa Salaalee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Warra Gubbaa Salaalee, Grocers, Sheno Shewa, Shewa.

02/05/2026
25/04/2026
11/04/2026
10/04/2026

Itoophiyaa gara Biyya Fakkeenyummaatti!

Paartiin Badhaadhinaa cabiinsa rogdaneessa biyyi keenya ittiin qoramaa turte wal’aanuuf yaadama sirriin biyya diigumsa iraa baraaree gara guddummaatti imalchiisaa jira.Waggoota shanan darbanitti waadaa ummataaf gale gocha qabatamaadhaan dhugoomsuuf qabsoo xiiqiin dabaalame taasisaa turee jira. Qabsoo taasiseenis milkaa’inoota gama hundaan galmeessuun ce'umsa biyyaa dhugoomsuu irratti argama.Paartiin Badhaadhinaa Waggootii shanan itti-aananitti jijjiiramni argame gara boqonnaa amansiisaa duubatti deebi’uu hin dandeenyetti tarkaanfachiisuuf gahumsaa fi qophaa’ummaa ol’aanaadhaan filannoo waliigalaa marsaa 7ffaadhaaf dhiyaatee sochii duula nufiladhaa keessatti argama.

Badhaadhina filachuun biyya sab-daneettii, diimokraatooftuu fi Badhaadhinni hunda galeessi keessatti mirkanaa’e ijaaruudha! Badhaadhina filachuun hiyyummaa fi booddeetti hafummaa keessaa bahuun egeree amansiisaa ijaarachuuf murteeffachuudha!

Badhaadhina Filadhaa!

Mallattoon Keenya Bissii/Nadoo Qamadiiti.

01/04/2026

Address

Sheno Shewa
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Warra Gubbaa Salaalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category