Calbi desert

Calbi desert Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Calbi desert, Dessert Shop, Oromia, Yabelo.

Andaara Lafaa daarii Keenyaa fi Itoophiyaa irratti biyya lachuutti cittee tan argamtu Gammoojjiin Calbii Oromiyaa Godina...
20/09/2024

Andaara Lafaa daarii Keenyaa fi Itoophiyaa irratti biyya lachuutti cittee tan argamtu Gammoojjiin Calbii Oromiyaa Godina Booranaa Aanaa Taltallee fi Aanaa Dilloo keessatti diriirtee argamti. Calbii jedhani Lafa horsiisa horii qeencaa kanneen akka Gaalaa, Re'ee fi Loonii jabduu taatu lafa gammoojjii tan qaama bishaanawaa hammattee jirtu yeroo ammaa, Gammoojjummaan isii ammoo Dubaay fakkaattu iddoo argama turizimii dheedhii dhokattee turteedha.

Qaama bishaanii ballaa ila namaatti tolu, dadhabbiin nutti dhagaʼamus, bakka turizimii dhokataa taʼe tokko bira geenne. Bakki qulqulluun soora ilaa fi qalbii Gammoojjiin Calbii yeroo ammaa harki caalaan bishaaniin uwwifame.

Gammoojjiin Calbii tun addaa kan isa taasisu, teessuma lafaa dinqisiisaa, bineensota bosonaa hedduu fi qabeenna uumamaa akka akkaa of keessaa qabaachuudhaan, namoota deemuuf fedhii qabaniif iddoon hawwataan hin tuqamin kun daawwachuuf kan nama hawwatu adeemsa hin dagatamne akka taʼu waadaa seena.

Mee naannoo bakka turizimii ajaa'ibaa kan invastimantii akka bu'uuraalee misoomaa, beeksisaafi bakka jireennaa barbaadu kana irratti invast godhaa.
Gammoojjii Calbii, Boorana Oromiyaa!

➥No more Dubai, Visit    !Chalbi Desert located in southern Ethiopia Oromia region Borana district and Northern parts of...
15/09/2024

➥No more Dubai, Visit !
Chalbi Desert located in southern Ethiopia Oromia region Borana district and Northern parts of Kenya.
Please come and visit such a beautiful nature!
For more info

Visit Oromia
Visit Ethiopia

Visit:- calbi desert , Borana, Oromia, Ethiopia
15/09/2024

Visit:- calbi desert , Borana, Oromia, Ethiopia

Address

Oromia
Yabelo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Calbi desert posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category