10/10/2025
***Fuudha***
Warra kheenna bultiin nagaa? horiin nagaa? nageenni badhaadha?Yooyyaa? nama sa'aan armaa geettani jechaa yoo fedhii badhaasoo taatee Akka Enna itoophiyaatti 22/02/2018 Obboleessii kheessan # Sora Dima Guyo fuudha qaba Aanaan nu naqaa,nu gumaacha.
Ardaan jilaa:Aanaa Yaaballoo Ganda Dambii Ollaa Qaalluu Karaara.
Daahimtuu fuudhuuf Agaloon:0911825052/0967231501